Quran.et Logo
orom

surah112

Al-Ikhlaas Suuraa Qulqullinaa
Qari'ii (Dubbisaa)
Mala dubbisaa
1
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَـٰنِ الرَّحِيمِ

قُلْ هُوَ اللَّهُ أَحَدٌ

Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha. [1]

2

اللَّهُ الصَّمَدُ

Allaahn hirkoo waa hundaati.

3

لَمْ يَلِدْ وَلَمْ يُولَدْ

Hin dhalle hin dhalannes.

4

وَلَمْ يَكُن لَّهُ كُفُوًا أَحَدٌ

Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.”