1
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
الر ۚ كِتَابٌ أَنزَلْنَاهُ إِلَيْكَ لِتُخْرِجَ النَّاسَ مِنَ الظُّلُمَاتِ إِلَى النُّورِ بِإِذْنِ رَبِّهِمْ إِلَىٰ صِرَاطِ الْعَزِيزِ الْحَمِيدِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Alif Laam Raa (Inni) kitaaba gara keetti isa buufneedha. akka ati nama hayyama Gooftaa isaanitiin dukkana (kufrii) irraa gara ifaa (Islaamaa), gara karaa (Rabbii) injifataa, faarfamaa ta’ee baaftuuf.
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَـٰنِ الرَّحِيمِ
الر ۚ كِتَابٌ أَنزَلْنَاهُ إِلَيْكَ لِتُخْرِجَ النَّاسَ مِنَ الظُّلُمَاتِ إِلَى النُّورِ بِإِذْنِ رَبِّهِمْ إِلَىٰ صِرَاطِ الْعَزِيزِ الْحَمِيدِ
Alif Laam Raa (Inni) kitaaba gara keetti isa buufneedha. akka ati nama hayyama Gooftaa isaanitiin dukkana (kufrii) irraa gara ifaa (Islaamaa), gara karaa (Rabbii) injifataa, faarfamaa ta’ee baaftuuf.
2
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
اللَّهِ الَّذِي لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ وَوَيْلٌ لِّلْكَافِرِينَ مِنْ عَذَابٍ شَدِيدٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Rabbiin Isa wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru hundi kan Isaa ta’eedha. Badiin azaaba cimaa irraa ta’e kaafirootaaf ta’eera.

3
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
الَّذِينَ يَسْتَحِبُّونَ الْحَيَاةَ الدُّنْيَا عَلَى الْآخِرَةِ وَيَصُدُّونَ عَن سَبِيلِ اللَّهِ وَيَبْغُونَهَا عِوَجًا ۚ أُولَـٰئِكَ فِي ضَلَالٍ بَعِيدٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan warra jireenya addunyaa kanaa isa Aakhiraa irra jaalatanii, karaa Rabbii irraa (namoota) deebisaniifi jallina ta’uu ishee barbaadaniidha. Isaan sun jallina fagoo keessa jiru.

4
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمَا أَرْسَلْنَا مِن رَّسُولٍ إِلَّا بِلِسَانِ قَوْمِهِ لِيُبَيِّنَ لَهُمْ ۖ فَيُضِلُّ اللَّهُ مَن يَشَاءُ وَيَهْدِي مَن يَشَاءُ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Nuti ergamaa irraa tokkos afaan ummata isaatiin malee hin ergine. akka inni (ergaa keenya) isaaniif addeessuf jecha. Rabbiin nama fedhe jallisa; nama fedhe qajeelcha. Inni injifataa, ogeessa.

5
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا مُوسَىٰ بِآيَاتِنَا أَنْ أَخْرِجْ قَوْمَكَ مِنَ الظُّلُمَاتِ إِلَى النُّورِ وَذَكِّرْهُم بِأَيَّامِ اللَّهِ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّكُلِّ صَبَّارٍ شَكُورٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Nuti dhugumatti Muusaa raajiwwan keenyaan ergine “Ummata kee dukkanoowwan irraa gara ifaatti baasi, Guyyoota Rabbiitiin isaan yaadachiisi” jechuun. Dhugumatti, kana keessa warra akkaan obsanii, cimsanii galateeffatan hundaaf mallattooleetu jira.

6
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَإِذْ قَالَ مُوسَىٰ لِقَوْمِهِ اذْكُرُوا نِعْمَةَ اللَّهِ عَلَيْكُمْ إِذْ أَنجَاكُم مِّنْ آلِ فِرْعَوْنَ يَسُومُونَكُمْ سُوءَ الْعَذَابِ وَيُذَبِّحُونَ أَبْنَاءَكُمْ وَيَسْتَحْيُونَ نِسَاءَكُمْ ۚ وَفِي ذَٰلِكُم بَلَاءٌ مِّن رَّبِّكُمْ عَظِيمٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Yeroo Muusaan ummata isaatiin jedhes [yaadadhu] :“Ni’imaa Rabbii kan isin irratti tahe yaadadhaa. kan yeroo ummata Fir’awni irraa isin baraarse, kan adabbii laalessaa isin dhandhamsiisaa; ilmaan keessan qaqqalaa; dubartoota keessan akka jiraatan dhiisan, Kana keessa mokkoroo guddaa Gooftaa keessan irraa ta’etu jira.

7
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَإِذْ تَأَذَّنَ رَبُّكُمْ لَئِن شَكَرْتُمْ لَأَزِيدَنَّكُمْ ۖ وَلَئِن كَفَرْتُمْ إِنَّ عَذَابِي لَشَدِيدٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Ammas yeroo Gooftaan keessan lallabee: “Yoo na galateeffattan, (ni’imaa kiyya irraa) isiniifin dabala. yoo natti kafartan, dhugumatti adabbiin kiyya akkaan hamaadha” (jedhe yaadadhaa).

8
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَالَ مُوسَىٰ إِن تَكْفُرُوا أَنتُمْ وَمَن فِي الْأَرْضِ جَمِيعًا فَإِنَّ اللَّهَ لَغَنِيٌّ حَمِيدٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Muusaan nijedhe Yoo isiniifi namoonni dachii irra jiran hundi kafartan (Rabbiin homaa hin miitan) dhugumatti Rabbiin dureessa, faarfamaadha.

9
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
أَلَمْ يَأْتِكُمْ نَبَأُ الَّذِينَ مِن قَبْلِكُمْ قَوْمِ نُوحٍ وَعَادٍ وَثَمُودَ ۛ وَالَّذِينَ مِن بَعْدِهِمْ ۛ لَا يَعْلَمُهُمْ إِلَّا اللَّهُ ۚ جَاءَتْهُمْ رُسُلُهُم بِالْبَيِّنَاتِ فَرَدُّوا أَيْدِيَهُمْ فِي أَفْوَاهِهِمْ وَقَالُوا إِنَّا كَفَرْنَا بِمَا أُرْسِلْتُم بِهِ وَإِنَّا لَفِي شَكٍّ مِّمَّا تَدْعُونَنَا إِلَيْهِ مُرِيبٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sila oduun warra isin dura turanii isin hin geenyee? (Oduun) Kan ummata Nuuh, Aad, Samuudiifi warra isaan boodaa kan Rabbiin malee homtuu isaan hin beekne (isin hin geenyee)? Ergamoonni isaanii ragaawwan ifa ta’aniin itti dhufanii harkoowwan isaanii afaanoowwan isaanii keessatti deebisani “Dhugumatti, nuti isa isin ittiin ergamtanitti kafarree jirra. Ammas nuti isa isin itti nu waamtan irraa mamii dhamaasaa keessa jirra” jedhan.

10
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
قَالَتْ رُسُلُهُمْ أَفِي اللَّهِ شَكٌّ فَاطِرِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ يَدْعُوكُمْ لِيَغْفِرَ لَكُم مِّن ذُنُوبِكُمْ وَيُؤَخِّرَكُمْ إِلَىٰ أَجَلٍ مُّسَمًّى ۚ قَالُوا إِنْ أَنتُمْ إِلَّا بَشَرٌ مِّثْلُنَا تُرِيدُونَ أَن تَصُدُّونَا عَمَّا كَانَ يَعْبُدُ آبَاؤُنَا فَأْتُونَا بِسُلْطَانٍ مُّبِينٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Ergamoonni isaanii ni jedhan: “Sila Rabbii uumaa samiifi dachii ta’e, kan badii keessan irraa isiniif araaramuufi hanga yeroo murtaa’ee isin tursiisuuf isin waamu (jiraachuu isaa) keessa shakkiin jiraa?”. [Isaan] “Isin namuma akka keenyaa malee hintaane, waan abbootiin keenya gabbaraa turan irraa nu dhorguu barbaadan. mee ragaa ifa ta’een nutti kottaa” jedhan.

11
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
قَالَتْ لَهُمْ رُسُلُهُمْ إِن نَّحْنُ إِلَّا بَشَرٌ مِّثْلُكُمْ وَلَـٰكِنَّ اللَّهَ يَمُنُّ عَلَىٰ مَن يَشَاءُ مِنْ عِبَادِهِ ۖ وَمَا كَانَ لَنَا أَن نَّأْتِيَكُم بِسُلْطَانٍ إِلَّا بِإِذْنِ اللَّهِ ۚ وَعَلَى اللَّهِ فَلْيَتَوَكَّلِ الْمُؤْمِنُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Ergamoonni isaanii isaanin ni jedhan: “Nuti nama fakkaataa keessanii malee hin taane. Garuu Rabbiin gabroota Isaa irraa nama fedhe irratti tola oola. Nuti hayyama Rabbiitiin malee taaytaa (ragaa) tokkoonis isinitti dhufuun nuuf hin taane. Mu’uminoonni Rabbi (qofa) irratti haa hirkatanu.

12
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمَا لَنَا أَلَّا نَتَوَكَّلَ عَلَى اللَّهِ وَقَدْ هَدَانَا سُبُلَنَا ۚ وَلَنَصْبِرَنَّ عَلَىٰ مَا آذَيْتُمُونَا ۚ وَعَلَى اللَّهِ فَلْيَتَوَكَّلِ الْمُتَوَكِّلُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sila dhugumatti odoo Inni karaa keenya nu qajeelchee jiruu maaltu nuuf jiraayyi Rabbi irratti hin hirkanne! Dhugumatti rakkoo isin nurrraan geessan irratti ni obsina. Hirkattoonni Rabbi irratti haa hirkatu.”

13
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَالَ الَّذِينَ كَفَرُوا لِرُسُلِهِمْ لَنُخْرِجَنَّكُم مِّنْ أَرْضِنَا أَوْ لَتَعُودُنَّ فِي مِلَّتِنَا ۖ فَأَوْحَىٰ إِلَيْهِمْ رَبُّهُمْ لَنُهْلِكَنَّ الظَّالِمِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Warri kafaran ergamtoota isaaniitiin nijedhan “dhugumatti, nuti dachii keenya irraa isin baafna yookiin gara amantii keenyaa akka deebitan” jedhan. Rabbiin isaanii “Nuti dhugumatti miidhaa hojjattoota ni balleessina” jechuu beeksisa gara isaanitti godhe.

14
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَنُسْكِنَنَّكُمُ الْأَرْضَ مِن بَعْدِهِمْ ۚ ذَٰلِكَ لِمَنْ خَافَ مَقَامِي وَخَافَ وَعِيدِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
“Dhugumatti isaan booda dachittii irra isin qubsiifna. Kun nama Na dura dhaabbachuu sodaateefi dinniina kiyyas sodaateefi.”

15
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَاسْتَفْتَحُوا وَخَابَ كُلُّ جَبَّارٍ عَنِيدٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
(Ergamoonnis Rabbi irraa) deeggarsa barbaadan. (gargaarsa ni argatan) Of tuulaan, mormaan hundi ni hoonga’e.

16
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
مِّن وَرَائِهِ جَهَنَّمُ وَيُسْقَىٰ مِن مَّاءٍ صَدِيدٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Fuuldura isaa jahannamtu jira. Bishaan malaa irraa obaafama.

17
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
يَتَجَرَّعُهُ وَلَا يَكَادُ يُسِيغُهُ وَيَأْتِيهِ الْمَوْتُ مِن كُلِّ مَكَانٍ وَمَا هُوَ بِمَيِّتٍ ۖ وَمِن وَرَائِهِ عَذَابٌ غَلِيظٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Liqimsuuf yaala; gadi isa liqimsuutti hin dhiyaatu (hin danda’u). Duuti kallattii hunda irraa isatti dhufa. Inni kan du’uu miti. Fuuldura isaa azaaba guddaa ta’etu jira.

18
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
مَّثَلُ الَّذِينَ كَفَرُوا بِرَبِّهِمْ ۖ أَعْمَالُهُمْ كَرَمَادٍ اشْتَدَّتْ بِهِ الرِّيحُ فِي يَوْمٍ عَاصِفٍ ۖ لَّا يَقْدِرُونَ مِمَّا كَسَبُوا عَلَىٰ شَيْءٍ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الضَّلَالُ الْبَعِيدُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Fakkeenyi warra Rabbii isaaniitti kafaranii, dalagaaleen isaanii akka daaraa guyyaa bubbee cimaa qilleensi itti hammaatteeti, Waan hojjatan irraa homaattuu (fayyadamuu) hin danda’an. Kun isatu jallina fagoodha.

19
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
أَلَمْ تَرَ أَنَّ اللَّهَ خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ بِالْحَقِّ ۚ إِن يَشَأْ يُذْهِبْكُمْ وَيَأْتِ بِخَلْقٍ جَدِيدٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sila dhugumatti Rabbiin samiileefii dachii dhugaan uumuu hin argituu? (Rabbiin) yoo fedhe isin adeemsiseetiin uumama haaraa fida.

20
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمَا ذَٰلِكَ عَلَى اللَّهِ بِعَزِيزٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Kuni Rabbi irratti jabaataa miti.
وَمَا ذَٰلِكَ عَلَى اللَّهِ بِعَزِيزٍ
Kuni Rabbi irratti jabaataa miti.
21
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَبَرَزُوا لِلَّهِ جَمِيعًا فَقَالَ الضُّعَفَاءُ لِلَّذِينَ اسْتَكْبَرُوا إِنَّا كُنَّا لَكُمْ تَبَعًا فَهَلْ أَنتُم مُّغْنُونَ عَنَّا مِنْ عَذَابِ اللَّهِ مِن شَيْءٍ ۚ قَالُوا لَوْ هَدَانَا اللَّهُ لَهَدَيْنَاكُمْ ۖ سَوَاءٌ عَلَيْنَا أَجَزِعْنَا أَمْ صَبَرْنَا مَا لَنَا مِن مَّحِيصٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Hunda ta’anii Rabbiif mul’atan. dadhaboonni isaan boonaniin nijedhan “dhugumatti, nuti isiniif hordoftoota taane, sila isin adabbii Rabbii irraa homa tokko nurraa deebisoo dhaa?" (Isaan boonan) nijedhan “Odoo Rabbiin nu qajeelchee, silaa nutis isin qajeelchina turre. (Har’a) obsinus obsuu baannus nurratti waluma qixa. Iddoon baqannaa tokkos nuuf hin jiru”.

22
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَالَ الشَّيْطَانُ لَمَّا قُضِيَ الْأَمْرُ إِنَّ اللَّهَ وَعَدَكُمْ وَعْدَ الْحَقِّ وَوَعَدتُّكُمْ فَأَخْلَفْتُكُمْ ۖ وَمَا كَانَ لِيَ عَلَيْكُم مِّن سُلْطَانٍ إِلَّا أَن دَعَوْتُكُمْ فَاسْتَجَبْتُمْ لِي ۖ فَلَا تَلُومُونِي وَلُومُوا أَنفُسَكُم ۖ مَّا أَنَا بِمُصْرِخِكُمْ وَمَا أَنتُم بِمُصْرِخِيَّ ۖ إِنِّي كَفَرْتُ بِمَا أَشْرَكْتُمُونِ مِن قَبْلُ ۗ إِنَّ الظَّالِمِينَ لَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
yeroma dhimmichi murteeffamu sheyxaanni ni jedhe: “Dhugumatti, Rabbiin waadaa dhugaa isiniif seene; anis waadaa isiniif seenee isin gane. isin irratti anaaf aangoon tokkollee hin taane. Isin waamnaanuma naaf owwaattan malee.ana hin komatinaa, lubbuulee teessan komadhaa malee. Ani isiniif birmataa miti; isiniis naaf birmatoo miti. Ani waan isin duraan (Rabbitti) na qindeessitan waakkadhe” Dhugumatti, miidhaa raawwattoonni adabbii laalessaatu isaaniif jira.

23
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَأُدْخِلَ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا بِإِذْنِ رَبِّهِمْ ۖ تَحِيَّتُهُمْ فِيهَا سَلَامٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan amananii gaggaarii hojjatan jannata laggeen ishee keessa yaatu seensifaman. ishee keessatti kan hafan ta’anii hayyama Gooftaa isaaniitiin. waldubbisaan isaanii ishee keessatti ‘salaam’ (jechuu dha).

24
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
أَلَمْ تَرَ كَيْفَ ضَرَبَ اللَّهُ مَثَلًا كَلِمَةً طَيِّبَةً كَشَجَرَةٍ طَيِّبَةٍ أَصْلُهَا ثَابِتٌ وَفَرْعُهَا فِي السَّمَاءِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sila akkamitti akka Rabbiin fakkeenya godhe hin arginee? jechi gaariin akka muka gaarii hundeen ishee gadi dhaabbataa ta’ee, dameen ishee samii keessatti ta’eetti.

25
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
تُؤْتِي أُكُلَهَا كُلَّ حِينٍ بِإِذْنِ رَبِّهَا ۗ وَيَضْرِبُ اللَّهُ الْأَمْثَالَ لِلنَّاسِ لَعَلَّهُمْ يَتَذَكَّرُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Firii ishee ni kenniti (nidhalti) Yeroo hunda hayyama Gooftaa isheetiin. Rabbiin fakkeenya namootaaf godha Akka isaan gorfamanuuf jecha.

26
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمَثَلُ كَلِمَةٍ خَبِيثَةٍ كَشَجَرَةٍ خَبِيثَةٍ اجْتُثَّتْ مِن فَوْقِ الْأَرْضِ مَا لَهَا مِن قَرَارٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Fakkeenyi jecha fokkataa akka muka fokkataati. kan gubbaa dachii irraa buqqifamtee isheedhaaf gadi dhaabannaan hin taaneeti.

27
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
يُثَبِّتُ اللَّهُ الَّذِينَ آمَنُوا بِالْقَوْلِ الثَّابِتِ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَفِي الْآخِرَةِ ۖ وَيُضِلُّ اللَّهُ الظَّالِمِينَ ۚ وَيَفْعَلُ اللَّهُ مَا يَشَاءُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Warra amanan jecha gadi dhaabbataadhaan Rabbiin gadi (isaan) dhaaba. jireenya addunyaafi Aakhiraa keessattis. Rabbiin miidhaa hojjattoota ni jallisa. Rabbiin waan fedhe hojjata.

28
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
أَلَمْ تَرَ إِلَى الَّذِينَ بَدَّلُوا نِعْمَتَ اللَّهِ كُفْرًا وَأَحَلُّوا قَوْمَهُمْ دَارَ الْبَوَارِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sila gara isaan ni’imaa Rabbii kufriin jijjiiranii hinlaallee?,kan ummata isaanii ganda badii qubsiisan.

29
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
جَهَنَّمَ يَصْلَوْنَهَا ۖ وَبِئْسَ الْقَرَارُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Jahannamiin ishee seensifaman, qubannaa waa fokkate!

30
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَجَعَلُوا لِلَّهِ أَندَادًا لِّيُضِلُّوا عَن سَبِيلِهِ ۗ قُلْ تَمَتَّعُوا فَإِنَّ مَصِيرَكُمْ إِلَى النَّارِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Karaa Isaa irraa (namoota) jallisuuf Rabbiif hiriyoota godhan. “(yeroo xiqqoof) qanani’aa Dhugumatti deebiin keessan gara ibiddaati” jedhiin.

31
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
قُل لِّعِبَادِيَ الَّذِينَ آمَنُوا يُقِيمُوا الصَّلَاةَ وَيُنفِقُوا مِمَّا رَزَقْنَاهُمْ سِرًّا وَعَلَانِيَةً مِّن قَبْلِ أَن يَأْتِيَ يَوْمٌ لَّا بَيْعٌ فِيهِ وَلَا خِلَالٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
(Yaa Muhammad!) gabroota kiyya warreen amananiin jedhi “salaata ni dhaaban, waan Nuti isaaniif kennine irraas kan dhoksaniifi mul’isan ta’anii ni arjoomu (sagadaa, arjoomaa) odoo guyyaan bittaa gurgurtaafi jaalalleen isa keessa hin jirre hin dhufin dura”.

32
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
اللَّهُ الَّذِي خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَأَنزَلَ مِنَ السَّمَاءِ مَاءً فَأَخْرَجَ بِهِ مِنَ الثَّمَرَاتِ رِزْقًا لَّكُمْ ۖ وَسَخَّرَ لَكُمُ الْفُلْكَ لِتَجْرِيَ فِي الْبَحْرِ بِأَمْرِهِ ۖ وَسَخَّرَ لَكُمُ الْأَنْهَارَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Rabbiin Isa samiifi dachii uumee samiiwwan irraas bishaan (rooba) buusee ittiin fuduraa irraa soorata isiniif baaseedha. Dooniis akka ajaja Isaatiin galaana keessa deemtu isiniif laaffise; laggeenis isiniif laaffise.

33
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَسَخَّرَ لَكُمُ الشَّمْسَ وَالْقَمَرَ دَائِبَيْنِ ۖ وَسَخَّرَ لَكُمُ اللَّيْلَ وَالنَّهَارَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Aduufi ji’as walitti fufuun kan deeman ta’anii isiniif laaffisee halkaniifi guyyaas isiniif laaffise.

34
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَآتَاكُم مِّن كُلِّ مَا سَأَلْتُمُوهُ ۚ وَإِن تَعُدُّوا نِعْمَتَ اللَّهِ لَا تُحْصُوهَا ۗ إِنَّ الْإِنسَانَ لَظَلُومٌ كَفَّارٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Waan isin Isa kadhattan hunda irraa isiniif kenne. qananii Rabbii odoo lakkooftani ishee fixuu hin dandeessanu. Dhugumatti, namni daran miidhaa hojjataa daran kafaraadha.

35
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَإِذْ قَالَ إِبْرَاهِيمُ رَبِّ اجْعَلْ هَـٰذَا الْبَلَدَ آمِنًا وَاجْنُبْنِي وَبَنِيَّ أَن نَّعْبُدَ الْأَصْنَامَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Yeroo Ibraahiim jedhu [yaadadhu]:“Gooftaa kiyya! Biyya kana (Makkaan) nagaya taasisi. Anaafi ilmaan kiyyaas taabotoota gabbaruu irraa nu fageessi.

36
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
رَبِّ إِنَّهُنَّ أَضْلَلْنَ كَثِيرًا مِّنَ النَّاسِ ۖ فَمَن تَبِعَنِي فَإِنَّهُ مِنِّي ۖ وَمَنْ عَصَانِي فَإِنَّكَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Gooftaa kiyya! isaan nama hedduu jallisanii jiru; Namni na hordofe, inni anarraayyi. Nama na dide Ati araaramaa, rahmata godhaadha.

37
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
رَّبَّنَا إِنِّي أَسْكَنتُ مِن ذُرِّيَّتِي بِوَادٍ غَيْرِ ذِي زَرْعٍ عِندَ بَيْتِكَ الْمُحَرَّمِ رَبَّنَا لِيُقِيمُوا الصَّلَاةَ فَاجْعَلْ أَفْئِدَةً مِّنَ النَّاسِ تَهْوِي إِلَيْهِمْ وَارْزُقْهُم مِّنَ الثَّمَرَاتِ لَعَلَّهُمْ يَشْكُرُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Gooftaa keenya! Ani garii maatii kiyya irraa ta’e bowwaa (laga) qonna hin qabne, mana kee kabajamaa biratti dhiiseen jira. Gooftaa keenya! Akka salaata gadi dhaabaniif jecha. nama irraas onneewwan (isaanii) kan gara isaanii hawwitu taasisi;fuduraalee irraas isaan soori Akka isaan Si galateeffataniif.

38
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
رَبَّنَا إِنَّكَ تَعْلَمُ مَا نُخْفِي وَمَا نُعْلِنُ ۗ وَمَا يَخْفَىٰ عَلَى اللَّهِ مِن شَيْءٍ فِي الْأَرْضِ وَلَا فِي السَّمَاءِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Gooftaa keenya! Ati waan nuti dhoksinuufi waan nuti ifa goonu ni beekta. Rabbi irratti dachii keessattis ta’ee samii keessatti homtuu hin dhokatu.

39
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
الْحَمْدُ لِلَّهِ الَّذِي وَهَبَ لِي عَلَى الْكِبَرِ إِسْمَاعِيلَ وَإِسْحَاقَ ۚ إِنَّ رَبِّي لَسَمِيعُ الدُّعَاءِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Faaruun (hundi) kan Rabbii manguddummaa irratti Ismaa’iiliifi Isihaaqiin naaf kenneeti. Dhugumatti, Gooftaan kiyya kadhaa dhaga’aadha.

40
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
رَبِّ اجْعَلْنِي مُقِيمَ الصَّلَاةِ وَمِن ذُرِّيَّتِي ۚ رَبَّنَا وَتَقَبَّلْ دُعَاءِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Gooftaa kiyya! Kan salaata dhaabu na godhi. Ilmaan kiyya irraas (akkasuma). Gooftaa keenya! kadhaa kiyyas narraa qeebali.

41
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
رَبَّنَا اغْفِرْ لِي وَلِوَالِدَيَّ وَلِلْمُؤْمِنِينَ يَوْمَ يَقُومُ الْحِسَابُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Gooftaa keenya! naaf araarami, haadhaafi abbaa kiyyaafis mu’uminoota hundaafis guyyaa qormaanni godhamu (guyyaa qiyaamaa) san.

42
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَا تَحْسَبَنَّ اللَّهَ غَافِلًا عَمَّا يَعْمَلُ الظَّالِمُونَ ۚ إِنَّمَا يُؤَخِّرُهُمْ لِيَوْمٍ تَشْخَصُ فِيهِ الْأَبْصَارُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Rabbiin Waan zaalimtoonni hojjatanirraa dagataa hin sehin. Kan Rabbiin booda isaan aansuuf guyyaa isa keessa ijoowwan banamtee ol fuudhamtuufi.

43
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
مُهْطِعِينَ مُقْنِعِي رُءُوسِهِمْ لَا يَرْتَدُّ إِلَيْهِمْ طَرْفُهُمْ ۖ وَأَفْئِدَتُهُمْ هَوَاءٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
(Gara waamichaatti) daddafoodha, mataalee isaanii kan ol kaasan ta’anii (ijji isaanii ol kaati), Ijji isaanii gara isaaniitti hin deebi'u, Qalbiileen isaaniis duwwaadha.

44
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَأَنذِرِ النَّاسَ يَوْمَ يَأْتِيهِمُ الْعَذَابُ فَيَقُولُ الَّذِينَ ظَلَمُوا رَبَّنَا أَخِّرْنَا إِلَىٰ أَجَلٍ قَرِيبٍ نُّجِبْ دَعْوَتَكَ وَنَتَّبِعِ الرُّسُلَ ۗ أَوَلَمْ تَكُونُوا أَقْسَمْتُم مِّن قَبْلُ مَا لَكُم مِّن زَوَالٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Ilma namaa akeekkachiis guyyaa adabichi isaanitti dhufee, warri miidhaa hojjatan nijedhan “Gooftaa keenya! hanga beellama dhihootti booda nu aansi; waamicha Kee awwaannee ergamoota keetis hordofna”. (isaaniin jedhama) “Sila isin kanaan dura (addunyaa irraa) deemsi isiniif hinjirurratti kakachaa hin turree?

45
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَسَكَنتُمْ فِي مَسَاكِنِ الَّذِينَ ظَلَمُوا أَنفُسَهُمْ وَتَبَيَّنَ لَكُمْ كَيْفَ فَعَلْنَا بِهِمْ وَضَرَبْنَا لَكُمُ الْأَمْثَالَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Manneen warra lubbuulee isaanii miidhanii keessa jiraattan. Akkam akka isaanitti hojjannes ifa isiniif ta’eera. Fakkeenya hedduus isiniif gooneerra” (jedhamaan).

46
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَدْ مَكَرُوا مَكْرَهُمْ وَعِندَ اللَّهِ مَكْرُهُمْ وَإِن كَانَ مَكْرُهُمْ لِتَزُولَ مِنْهُ الْجِبَالُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
(Isaan) dhugumatti mala isaanii malaniiru. Malli isaanii (galanni isaa) Rabbiin bira jira. Tooftaan isaanii kan gaarri isa irraa bakka deemtuu miti.

47
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَلَا تَحْسَبَنَّ اللَّهَ مُخْلِفَ وَعْدِهِ رُسُلَهُ ۗ إِنَّ اللَّهَ عَزِيزٌ ذُو انتِقَامٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Rabbiin waadaa Isaa kan ergamtoota Isaatiif gale diigaa ta’uu hin yaadin. Dhugumatti, Rabbiin injifataa, abbaa haaloo bahannaati.

48
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
يَوْمَ تُبَدَّلُ الْأَرْضُ غَيْرَ الْأَرْضِ وَالسَّمَاوَاتُ ۖ وَبَرَزُوا لِلَّهِ الْوَاحِدِ الْقَهَّارِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Guyyaa dachiin dachii biraatti jijjiiramtee samiileenis (akkasuma taatee), Rabbii tokkicha, injifataa ta’eef (uumamni hundi) walitti qabamanii mul’atan [yaadadhu].

49
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَتَرَى الْمُجْرِمِينَ يَوْمَئِذٍ مُّقَرَّنِينَ فِي الْأَصْفَادِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Guyyaa san badii hojjattoota sakaallaalee keessatti kan walitti qindaa’an ta’anii argita.

50
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
سَرَابِيلُهُم مِّن قَطِرَانٍ وَتَغْشَىٰ وُجُوهَهُمُ النَّارُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Qamiisni isaaniis “qanxiraana” (reenjii) irraayyi. Ibiddi fuula isaanii ni haguugdi.

51
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
لِيَجْزِيَ اللَّهُ كُلَّ نَفْسٍ مَّا كَسَبَتْ ۚ إِنَّ اللَّهَ سَرِيعُ الْحِسَابِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Rabbiin lubbuu hunda waan isheen dalagdeen mindaa galchuuf (kana godhe). Dhugumatti, Rabbiin herregni isaa saffisaadha.

52
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
هَـٰذَا بَلَاغٌ لِّلنَّاسِ وَلِيُنذَرُوا بِهِ وَلِيَعْلَمُوا أَنَّمَا هُوَ إِلَـٰهٌ وَاحِدٌ وَلِيَذَّكَّرَ أُولُو الْأَلْبَابِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
(Qur’aanni) kun ergaa gayaa ilma namaati, akka ittiin akeekkachiifamanuuf, Inni (Rabbiin) gabbaramaa haqaa tokkicha ta’uu akka beekaniifi warri sammuu qaban akka ittiin gorfamaniif.