1
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
الم
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Alif Laam Miim
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَـٰنِ الرَّحِيمِ
الم
Alif Laam Miim
2
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
أَحَسِبَ النَّاسُ أَن يُتْرَكُوا أَن يَقُولُوا آمَنَّا وَهُمْ لَا يُفْتَنُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sila namoonni “amanne” jechuudhaan odoo hin mokkoramin dhiifamuu yaaduu?

3
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَقَدْ فَتَنَّا الَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ ۖ فَلَيَعْلَمَنَّ اللَّهُ الَّذِينَ صَدَقُوا وَلَيَعْلَمَنَّ الْكَاذِبِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Dhugumatti, Nuti warra isaaniin duraas mokkorree jirra. Dhugumatti, Rabbiin isaan dhugaan [amanne] jedhan beekuuf jira, sobdootas beekuuf jira. .

4
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
أَمْ حَسِبَ الَّذِينَ يَعْمَلُونَ السَّيِّئَاتِ أَن يَسْبِقُونَا ۚ سَاءَ مَا يَحْكُمُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sila isaan diliilee dalagan Nu jalaa bahuu yaaduu? Wanti isaan murteessan waa fokkate!

5
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
مَن كَانَ يَرْجُو لِقَاءَ اللَّهِ فَإِنَّ أَجَلَ اللَّهِ لَآتٍ ۚ وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Namni qunnamtii Allaah kajeele (haa qophaawuu), dhugumatti beellamni Rabbii dhufaadha. Inni dhagayaa, beekaadhas.

6
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمَن جَاهَدَ فَإِنَّمَا يُجَاهِدُ لِنَفْسِهِ ۚ إِنَّ اللَّهَ لَغَنِيٌّ عَنِ الْعَالَمِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Namni qabsaa’e kan inni qabsaa’u lubbuma isaatiifi. Rabbiin Dhugumatti, aalama hunda irraa dureessa.

7
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَنُكَفِّرَنَّ عَنْهُمْ سَيِّئَاتِهِمْ وَلَنَجْزِيَنَّهُمْ أَحْسَنَ الَّذِي كَانُوا يَعْمَلُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan amananii gaggaarii hojjatan badiilee isaanii isaan irraa haqna. Dhugumatti, gaarii waan isaan dalagaa turanii isaan mindeessina.

8
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَوَصَّيْنَا الْإِنسَانَ بِوَالِدَيْهِ حُسْنًا ۖ وَإِن جَاهَدَاكَ لِتُشْرِكَ بِي مَا لَيْسَ لَكَ بِهِ عِلْمٌ فَلَا تُطِعْهُمَا ۚ إِلَيَّ مَرْجِعُكُمْ فَأُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Namaaf haadhaafi abbaa isaatti tola ooluu dhaamne. Yoo waan ati beekumsa isaa hin qabne akka Natti qindeessituuf sirratti qabsaayan, isaan lamaan tole hinjedhin, Deebiin keessan garuma kiyya. Waan hojjachaa turtan isinittin odeessa.

9
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَنُدْخِلَنَّهُمْ فِي الصَّالِحِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan amananii gaggaarii hojjatan, namoota gaggaarii keessa isaan seensifna.

10
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمِنَ النَّاسِ مَن يَقُولُ آمَنَّا بِاللَّهِ فَإِذَا أُوذِيَ فِي اللَّهِ جَعَلَ فِتْنَةَ النَّاسِ كَعَذَابِ اللَّهِ وَلَئِن جَاءَ نَصْرٌ مِّن رَّبِّكَ لَيَقُولُنَّ إِنَّا كُنَّا مَعَكُمْ ۚ أَوَلَيْسَ اللَّهُ بِأَعْلَمَ بِمَا فِي صُدُورِ الْعَالَمِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Namoota irraa nama “Rabbitti amanneerra” jedhaa yeroo karaa Rabbii keessatti rakkifame, rakkina namni isa irratti raawwatu akka adabbii Rabbii taasisutu jira. Yoo injifannoon Rabbii kee irraa dhufes dhugumatti “nuti isinii wajjin turre” jedhu. Sila Allaahn waan qomaalee aalamaa keessa jiru akkaan beekaa hin taanee?

11
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَيَعْلَمَنَّ اللَّهُ الَّذِينَ آمَنُوا وَلَيَعْلَمَنَّ الْمُنَافِقِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Dugumatti Allaahn warra amanan ni beeka. Munaafiqootas ni beeka.

12
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَالَ الَّذِينَ كَفَرُوا لِلَّذِينَ آمَنُوا اتَّبِعُوا سَبِيلَنَا وَلْنَحْمِلْ خَطَايَاكُمْ وَمَا هُم بِحَامِلِينَ مِنْ خَطَايَاهُم مِّن شَيْءٍ ۖ إِنَّهُمْ لَكَاذِبُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan kafaran warra amananiin “karaa keenya hordofaa; nuti cubbuulee keessan isin irraa baadhannaa” jedhan, Isaan badiilee isaanii irraa homaa hin baadhatanu. Dhugumatti, isaan kijibdoota.

13
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَيَحْمِلُنَّ أَثْقَالَهُمْ وَأَثْقَالًا مَّعَ أَثْقَالِهِمْ ۖ وَلَيُسْأَلُنَّ يَوْمَ الْقِيَامَةِ عَمَّا كَانُوا يَفْتَرُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Dhugumatti, isaan ba’aa isaaniitiifi ba’aa biraas kan isaanii wajjin ni baadhatu. Dhugumatti, isaan waan soba uuman irraa Guyyaa Qiyaamaa ni gaafatamu.

14
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا نُوحًا إِلَىٰ قَوْمِهِ فَلَبِثَ فِيهِمْ أَلْفَ سَنَةٍ إِلَّا خَمْسِينَ عَامًا فَأَخَذَهُمُ الطُّوفَانُ وَهُمْ ظَالِمُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Dhugumatti, nabi Nuuhiin gara ummata isaatti ergineerra. [Inni] waggaa kuma tokkoo waggaa shantam ir'uu isaan keessa ture.Odoo isaan miidhaa hojjattoota ta’anii jiranii bishaaniin dhidhimfamuun isaan qabe.

15
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَأَنجَيْنَاهُ وَأَصْحَابَ السَّفِينَةِ وَجَعَلْنَاهَا آيَةً لِّلْعَالَمِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaafi warra doonii (keessa turan) ni baraarsine; aalama hundaaf mallattoo ishee goone.

16
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَإِبْرَاهِيمَ إِذْ قَالَ لِقَوْمِهِ اعْبُدُوا اللَّهَ وَاتَّقُوهُ ۖ ذَٰلِكُمْ خَيْرٌ لَّكُمْ إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Ibraahiimiin yeroo inni ummata isaatiin “Allaah gabbaraa. Isa sodaadhaa. Yoo kan beektan taataniif santu irra isiniif caala” jedhe [yaadadhu].

17
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّمَا تَعْبُدُونَ مِن دُونِ اللَّهِ أَوْثَانًا وَتَخْلُقُونَ إِفْكًا ۚ إِنَّ الَّذِينَ تَعْبُدُونَ مِن دُونِ اللَّهِ لَا يَمْلِكُونَ لَكُمْ رِزْقًا فَابْتَغُوا عِندَ اللَّهِ الرِّزْقَ وَاعْبُدُوهُ وَاشْكُرُوا لَهُ ۖ إِلَيْهِ تُرْجَعُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
“Wanti isin Rabbii gaditti gabbartan taabotuma qofa; cubbuus ni uumtu. isaan isin Rabbiin alatti gabbartan soorata isiniif kennuutti dandeettii hin qabanu. Soorata Rabbuma biraa barbaadaa. Isa gabbaraas. Galatas Isaaf galchaa. Garuma Isaa deebifamtu.

18
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَإِن تُكَذِّبُوا فَقَدْ كَذَّبَ أُمَمٌ مِّن قَبْلِكُمْ ۖ وَمَا عَلَى الرَّسُولِ إِلَّا الْبَلَاغُ الْمُبِينُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Yoo sobsiiftan, dhugumatti ummanni isin duraas sobsiisanii jiru. Ergamaa irra geessuu ifa ta’e malee homaa hin jiru

19
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
أَوَلَمْ يَرَوْا كَيْفَ يُبْدِئُ اللَّهُ الْخَلْقَ ثُمَّ يُعِيدُهُ ۚ إِنَّ ذَٰلِكَ عَلَى اللَّهِ يَسِيرٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sila isaan akka Rabbiin uumuu eegalee ergasii isa deebisu hin ilaalanuu? Sun Allaah irratti laafaadha.

20
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
قُلْ سِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَانظُرُوا كَيْفَ بَدَأَ الْخَلْقَ ۚ ثُمَّ اللَّهُ يُنشِئُ النَّشْأَةَ الْآخِرَةَ ۚ إِنَّ اللَّهَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
[Yaa Muhammad!] “dachii keessa deemaatii akkaataa Rabbiin uumuu itti jalqabe ilaalaa! Sana booda Allaahn kaasiinsa boodaa ni kaasa. Dhugumatti, Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha” jedhiin.

21
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
يُعَذِّبُ مَن يَشَاءُ وَيَرْحَمُ مَن يَشَاءُ ۖ وَإِلَيْهِ تُقْلَبُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Nama fedhe ni adaba; nama fedhes rahmata isaaf godha. Gara Isaa qofatti deebifamtu.

22
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمَا أَنتُم بِمُعْجِزِينَ فِي الْأَرْضِ وَلَا فِي السَّمَاءِ ۖ وَمَا لَكُم مِّن دُونِ اللَّهِ مِن وَلِيٍّ وَلَا نَصِيرٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isin dachiifi samii keessatti kan dadhabsiiftan hin taane. Rabbiin ala jaalalleefi tumsaan isiniif hin jiru.

23
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَالَّذِينَ كَفَرُوا بِآيَاتِ اللَّهِ وَلِقَائِهِ أُولَـٰئِكَ يَئِسُوا مِن رَّحْمَتِي وَأُولَـٰئِكَ لَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan keeyyattoota Rabbiitiifi qunnamtii Isaatti kafaran, isaan sun rahmata kiyya irraa abdii kutatanii jiru. Isaan sun adabbii laaleessaa ta’etu isaaniif jira.

24
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَمَا كَانَ جَوَابَ قَوْمِهِ إِلَّا أَن قَالُوا اقْتُلُوهُ أَوْ حَرِّقُوهُ فَأَنجَاهُ اللَّهُ مِنَ النَّارِ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Deebiin ummata isaas “Isa ajjeesaa yookiin isa gubaa” jechuu malee waan biraa hin taane. Allaahn Ibidda jalaa isa baraarsee jira. kana keessa namoota amananiif mallattooleetu jira.

25
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَالَ إِنَّمَا اتَّخَذْتُم مِّن دُونِ اللَّهِ أَوْثَانًا مَّوَدَّةَ بَيْنِكُمْ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا ۖ ثُمَّ يَوْمَ الْقِيَامَةِ يَكْفُرُ بَعْضُكُم بِبَعْضٍ وَيَلْعَنُ بَعْضُكُم بَعْضًا وَمَأْوَاكُمُ النَّارُ وَمَا لَكُم مِّن نَّاصِرِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
[Ibraahiim] “Isin Rabbii gaditti taabota wanti godhattaniif jaalala jidduu keessanii kan jiruu duniyaa qofaafi. Sana booda Guyyaa Qiyaamaa gariin keessan garitti kafara. Gariin keessan garii abaaras. Manni keessan ibidda; tumsitoonni homaatuu isiniif hin jiru” jedhe.

26
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَآمَنَ لَهُ لُوطٌ ۘ وَقَالَ إِنِّي مُهَاجِرٌ إِلَىٰ رَبِّي ۖ إِنَّهُ هُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Luuxis isaaf (Ibraahiimiif) ni amane. (Ibraahiimis) “ani gara Rabbii kiyyaa godaanaadha. Inni injifataa, ogeessa” jedhe.

27
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَوَهَبْنَا لَهُ إِسْحَاقَ وَيَعْقُوبَ وَجَعَلْنَا فِي ذُرِّيَّتِهِ النُّبُوَّةَ وَالْكِتَابَ وَآتَيْنَاهُ أَجْرَهُ فِي الدُّنْيَا ۖ وَإِنَّهُ فِي الْآخِرَةِ لَمِنَ الصَّالِحِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Is-haaqiifi Ya’iquubiinis isaaf kennine. Sanyii isaa keessa nabiyyummaafi Kitaaba ni taasifne. Mindaa isaa addunyaa keessattis isaaf kennine. inni Aakhiratti gaggaarota irraayi.

28
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلُوطًا إِذْ قَالَ لِقَوْمِهِ إِنَّكُمْ لَتَأْتُونَ الْفَاحِشَةَ مَا سَبَقَكُم بِهَا مِنْ أَحَدٍ مِّنَ الْعَالَمِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Luuxiinis yeroo inni ummata isaatiin “isin gocha fokkataa kan aalama hunda irraa ummanni tokkollee isin dura hin hojjatin raawwattu” jedheen (erginee jirra).

29
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
أَئِنَّكُمْ لَتَأْتُونَ الرِّجَالَ وَتَقْطَعُونَ السَّبِيلَ وَتَأْتُونَ فِي نَادِيكُمُ الْمُنكَرَ ۖ فَمَا كَانَ جَوَابَ قَوْمِهِ إِلَّا أَن قَالُوا ائْتِنَا بِعَذَابِ اللَّهِ إِن كُنتَ مِنَ الصَّادِقِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
“Sila isin (qunnamtii saalatiif) dhiiroowwanitti dhuftuu?! (Saamichaanis) karaa kuttuu? Iddoo Yaa’ii keessanii keessattis gochoota jibbamoo ta’an raawwattuu? Deebiin ummata isaa “yoo warra dhugaa dubbatan irraa taateef, adabbii Rabbiitiin nutti kottu” jechuu malee homaa hin taane.

30
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
قَالَ رَبِّ انصُرْنِي عَلَى الْقَوْمِ الْمُفْسِدِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
(Luuxis) “Gooftaa kiyya! Ummata balleessitoota (kanneen) irratti na tumsi” jedhe.

31
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَمَّا جَاءَتْ رُسُلُنَا إِبْرَاهِيمَ بِالْبُشْرَىٰ قَالُوا إِنَّا مُهْلِكُو أَهْلِ هَـٰذِهِ الْقَرْيَةِ ۖ إِنَّ أَهْلَهَا كَانُوا ظَالِمِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Yeroma ergamtoonni keenya oduu gammachiisaan Ibraahiimitti dhufan “nuti dhugumatti, jiraattota magaalaa tanaa balleessoodha. waan warri ishee miidhaa hojjattoota ta’aniif” jedhan.

32
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
قَالَ إِنَّ فِيهَا لُوطًا ۚ قَالُوا نَحْنُ أَعْلَمُ بِمَن فِيهَا ۖ لَنُنَجِّيَنَّهُ وَأَهْلَهُ إِلَّا امْرَأَتَهُ كَانَتْ مِنَ الْغَابِرِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
(Ibraahiimis) “Luux ishee keessa jira” jedhe. (Maleykonnis) “nuti nama ishee keessa jiru akkaan beekna; dhugumatti, isaafi maatii isaa ni baraarsina haadha manaa isaa tan warra hafan keessatti taatu malee ” jedhan.

33
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَمَّا أَن جَاءَتْ رُسُلُنَا لُوطًا سِيءَ بِهِمْ وَضَاقَ بِهِمْ ذَرْعًا وَقَالُوا لَا تَخَفْ وَلَا تَحْزَنْ ۖ إِنَّا مُنَجُّوكَ وَأَهْلَكَ إِلَّا امْرَأَتَكَ كَانَتْ مِنَ الْغَابِرِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Yeroma ergamtoonni keenya Luuxitti dhufan isaaniif yaadda’ee qomti isaas isaaniif dhiphatte. Isaanis “hin sodaatin; hin yaadda’inis. nuti siifi maatii kee nagaa baasoodha. niitiin tee malee isheen warra (adaba keessatti) hafan irraa taate” jedhan.

34
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّا مُنزِلُونَ عَلَىٰ أَهْلِ هَـٰذِهِ الْقَرْيَةِ رِجْزًا مِّنَ السَّمَاءِ بِمَا كَانُوا يَفْسُقُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
“Nuti jiraattota magaalaa tanaa irratti samii irraa adabbii cimaa buusoodha waan isaan finciltoota ta’aniif” jedhan

35
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَقَد تَّرَكْنَا مِنْهَا آيَةً بَيِّنَةً لِّقَوْمٍ يَعْقِلُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Dhugumatti, Nuti ishee irraa namoota sammuu qabaniif mallattoo ifa taate hanbifnee jirra.

36
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَإِلَىٰ مَدْيَنَ أَخَاهُمْ شُعَيْبًا فَقَالَ يَا قَوْمِ اعْبُدُوا اللَّهَ وَارْجُوا الْيَوْمَ الْآخِرَ وَلَا تَعْثَوْا فِي الْأَرْضِ مُفْسِدِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Gara (ummata) Madyanis obboleessa isaanii Shu’aybiin (erginee jirra) Innis “Yaa ummata kiyya! Allaah qofa gabbaraa. Guyyaa Aakhiraas kajelaa. Balleessitoota taataniis badii dachii keessa hin tamsaasinaa” jedheen.

37
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَكَذَّبُوهُ فَأَخَذَتْهُمُ الرَّجْفَةُ فَأَصْبَحُوا فِي دَارِهِمْ جَاثِمِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isa kijibsiisan. Kirkirri (sochiin) lafaas isaan qabatte, Yoosuu ganda isaanii keessatti jilbeenfatanii dhumanii bulan.

38
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَعَادًا وَثَمُودَ وَقَد تَّبَيَّنَ لَكُم مِّن مَّسَاكِنِهِمْ ۖ وَزَيَّنَ لَهُمُ الشَّيْطَانُ أَعْمَالَهُمْ فَصَدَّهُمْ عَنِ السَّبِيلِ وَكَانُوا مُسْتَبْصِرِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Aadiifi Samuudiinis ni balleessine; (Isaan balleessuun keenyas) gandoota isaanii irraa ifa isiniif ta’ee jira. shayxaanni hojiilee isaanii isaaniif miidhagsee, karaa haqaa irraa isaan deebse, Odoo kan argan ta’anii jiranuu.

39
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَارُونَ وَفِرْعَوْنَ وَهَامَانَ ۖ وَلَقَدْ جَاءَهُم مُّوسَىٰ بِالْبَيِّنَاتِ فَاسْتَكْبَرُوا فِي الْأَرْضِ وَمَا كَانُوا سَابِقِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Qaaruuniin, Fir’awniifi Haamaaniinis (balleessineerra). Dhugumatti, Muusaan ragaa ifa ta’een isaanitti dhufeeti, dachii keessatti boonan. (isaan qabne) Kan Nu jalaa miliqan hin taane

40
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَكُلًّا أَخَذْنَا بِذَنبِهِ ۖ فَمِنْهُم مَّنْ أَرْسَلْنَا عَلَيْهِ حَاصِبًا وَمِنْهُم مَّنْ أَخَذَتْهُ الصَّيْحَةُ وَمِنْهُم مَّنْ خَسَفْنَا بِهِ الْأَرْضَ وَمِنْهُم مَّنْ أَغْرَقْنَا ۚ وَمَا كَانَ اللَّهُ لِيَظْلِمَهُمْ وَلَـٰكِن كَانُوا أَنفُسَهُمْ يَظْلِمُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Hundumaa badii isaatiif isa qabne. Isaan irraa namoota bubbee cirrachaa irratti erginetu jira. Isaan irraas namoota iyyansi isaan qabetu jira. Isaan irraas namoota dachii ittiin kunnetu jira. Isaan irraas namoota bishaan nyaachifnetu jira. Rabbiin kan isaan miidhu hin taane. Garuu isaan lubbuulee isaanii kan miidhan ta’aniiru.

41
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
مَثَلُ الَّذِينَ اتَّخَذُوا مِن دُونِ اللَّهِ أَوْلِيَاءَ كَمَثَلِ الْعَنكَبُوتِ اتَّخَذَتْ بَيْتًا ۖ وَإِنَّ أَوْهَنَ الْبُيُوتِ لَبَيْتُ الْعَنكَبُوتِ ۖ لَوْ كَانُوا يَعْلَمُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Fakkeenyi isaan Rabbii gaditti jaalalleewwan godhatanii (gabbaranii) akka birbirooftuu (saaphaphuu) mana ijaarratteeti. Dhugumatti irra laafaan manaa mana birbirooftuuti odoo kan beekan ta’anii.

42
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّ اللَّهَ يَعْلَمُ مَا يَدْعُونَ مِن دُونِهِ مِن شَيْءٍ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Rabbiin waan hunda irraa waan isaan Isaa gaditti kadhatan ni beeka. Inni injifataa, ogeessa.

43
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَتِلْكَ الْأَمْثَالُ نَضْرِبُهَا لِلنَّاسِ ۖ وَمَا يَعْقِلُهَا إِلَّا الْعَالِمُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Fakkeenyota san namootaaf ishee ni goona; beektota malees ishee hin hubatu.

44
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
خَلَقَ اللَّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ بِالْحَقِّ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّلْمُؤْمِنِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Rabbiin samiifi dachii dhugaan uume. sana keessa mu’uminootaaf mallattootu jira.

45
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
اتْلُ مَا أُوحِيَ إِلَيْكَ مِنَ الْكِتَابِ وَأَقِمِ الصَّلَاةَ ۖ إِنَّ الصَّلَاةَ تَنْهَىٰ عَنِ الْفَحْشَاءِ وَالْمُنكَرِ ۗ وَلَذِكْرُ اللَّهِ أَكْبَرُ ۗ وَاللَّهُ يَعْلَمُ مَا تَصْنَعُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
(Yaa Muhammad!) kitaaba irraa waan gara kee buufame dubbisi. Salaatas haqa isaa guutii sagadi. salaanni wantoota fokkatoofi jibbamoo ta’an irraa dhorgiti. Zikrii (faaruu) Rabbiitu (waan hunda irra) guddaadha. Rabbiin waan isin hojjattan ni beeka.

46
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَا تُجَادِلُوا أَهْلَ الْكِتَابِ إِلَّا بِالَّتِي هِيَ أَحْسَنُ إِلَّا الَّذِينَ ظَلَمُوا مِنْهُمْ ۖ وَقُولُوا آمَنَّا بِالَّذِي أُنزِلَ إِلَيْنَا وَأُنزِلَ إِلَيْكُمْ وَإِلَـٰهُنَا وَإِلَـٰهُكُمْ وَاحِدٌ وَنَحْنُ لَهُ مُسْلِمُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Warra kitaabaatiin falmii gaariin malee hin falminaa; isaan irraa warri miidhaa dalagan malee. Nuti “isa gara keenyatti bufameefi gara keessanittis buufametti amanneerra. Gabbaramaan keenyaafi gabbaramaan keessanis tokko. Nuti isaaf ajajamoodha” jedhaa.

47
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَكَذَٰلِكَ أَنزَلْنَا إِلَيْكَ الْكِتَابَ ۚ فَالَّذِينَ آتَيْنَاهُمُ الْكِتَابَ يُؤْمِنُونَ بِهِ ۖ وَمِنْ هَـٰؤُلَاءِ مَن يُؤْمِنُ بِهِ ۚ وَمَا يَجْحَدُ بِآيَاتِنَا إِلَّا الْكَافِرُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Akkuma kana (warra si duraa irratti buufne) kitaaba gara keetti buufne. Isaan kitaaba kennineef isatti ni amanu. Isaan kana irraas (warra makkaa irraas) namoota isatti amanutu jira. Kaafiroota malee keeyyattoota keenya namni mormu hin jiru.

48
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمَا كُنتَ تَتْلُو مِن قَبْلِهِ مِن كِتَابٍ وَلَا تَخُطُّهُ بِيَمِينِكَ ۖ إِذًا لَّارْتَابَ الْمُبْطِلُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Ati (yaa Muhammad!) Isa dura kitaaba tokkollee kan dubbiftuufi mirga keetiinis barreessitu hin turre. Odoo akkas taatee balleessitoonni ni shakku turan.

49
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
بَلْ هُوَ آيَاتٌ بَيِّنَاتٌ فِي صُدُورِ الَّذِينَ أُوتُوا الْعِلْمَ ۚ وَمَا يَجْحَدُ بِآيَاتِنَا إِلَّا الظَّالِمُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Garuu inni keeyyattoota ifa ta’an kan qomoota warra beekumsa kennamee keessa jiruudha. Miidhaa hojjattoota malee keeyyattoota keenya namni mormu hin jiru

50
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَالُوا لَوْلَا أُنزِلَ عَلَيْهِ آيَاتٌ مِّن رَّبِّهِ ۖ قُلْ إِنَّمَا الْآيَاتُ عِندَ اللَّهِ وَإِنَّمَا أَنَا نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaanis ni jedhan: “Maaliif raajiiwwan Gooftaa Isaa biraa isa irratti hin buufamin? (Atis) “raajiwwan kan jiran Allaah bira qofa. Ani immoo akeekkachiisaa ifa ta’e qofa” jedhiin

51
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
أَوَلَمْ يَكْفِهِمْ أَنَّا أَنزَلْنَا عَلَيْكَ الْكِتَابَ يُتْلَىٰ عَلَيْهِمْ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَرَحْمَةً وَذِكْرَىٰ لِقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sila kitaaba (Qur’aana) isaan irratti qara’amu si irratti buusuun keenya qofti isaaniif hin ga’uu? kana keessa namoota amananiif rahmataafi yaadannootu jira.

52
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
قُلْ كَفَىٰ بِاللَّهِ بَيْنِي وَبَيْنَكُمْ شَهِيدًا ۖ يَعْلَمُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۗ وَالَّذِينَ آمَنُوا بِالْبَاطِلِ وَكَفَرُوا بِاللَّهِ أُولَـٰئِكَ هُمُ الْخَاسِرُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Jedhi: “jidduu kiyyaafi keessanitti ragaa ta’uuf Rabbiin gahaadha. Waan samiileefii dachii keessa jiru hundaa ni beeka. Isaan sobatti amananiifi Rabbitti kafaran, warri sun isaanumatu hoonga’oodha.

53
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَيَسْتَعْجِلُونَكَ بِالْعَذَابِ ۚ وَلَوْلَا أَجَلٌ مُّسَمًّى لَّجَاءَهُمُ الْعَذَابُ وَلَيَأْتِيَنَّهُم بَغْتَةً وَهُمْ لَا يَشْعُرُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Adabatti si ariifachiisu, Odoo beellamni beekamaan jiraachuu baatee silaa adabbiin (addunyaattis) isaanitti dhufa ture. Dhugumatti akka tasaa odoo isaan hin beekin isaanitti dhufa

54
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
يَسْتَعْجِلُونَكَ بِالْعَذَابِ وَإِنَّ جَهَنَّمَ لَمُحِيطَةٌ بِالْكَافِرِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Adabbiitti si ariifachiisu. jahannam dhugumatti kaafirootatti marsituudha.

55
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
يَوْمَ يَغْشَاهُمُ الْعَذَابُ مِن فَوْقِهِمْ وَمِن تَحْتِ أَرْجُلِهِمْ وَيَقُولُ ذُوقُوا مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Guyyaa adabbiin (Ibiddi) gubbaa isaanii irraafi miiloowwan isaanii jalaan isaan haguugu, (Maleykan ibiddaa) “Waan dalagaa turtan dhandhamaa” jedha.

56
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
يَا عِبَادِيَ الَّذِينَ آمَنُوا إِنَّ أَرْضِي وَاسِعَةٌ فَإِيَّايَ فَاعْبُدُونِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
“Yaa gabroota kiyya warra amantan! Dachiin tiyya bal’oodhaa, Anuma qofa gabbaraa.”

57
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
كُلُّ نَفْسٍ ذَائِقَةُ الْمَوْتِ ۖ ثُمَّ إِلَيْنَا تُرْجَعُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Lubbuun hunduu du’a dhandhamtuudha. eegasii gara keenyatti deebifamtu.

58
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَنُبَوِّئَنَّهُم مِّنَ الْجَنَّةِ غُرَفًا تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا ۚ نِعْمَ أَجْرُ الْعَامِلِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan amananii gaggaarii hojjatan, dhugumatti jannata irraa manneen laggeen ishee jala yaatu, kan yeroo hunda ishee keessa jiraatan ta’anii isaan qubsiifna. Mindaan hojjattootaa waa tole!

59
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
الَّذِينَ صَبَرُوا وَعَلَىٰ رَبِّهِمْ يَتَوَكَّلُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
[Isaan] warra obsaniifi Gooftaa isaanii irratti hirkataniidha.

60
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَكَأَيِّن مِّن دَابَّةٍ لَّا تَحْمِلُ رِزْقَهَا اللَّهُ يَرْزُقُهَا وَإِيَّاكُمْ ۚ وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
beeyladaa irraa kan soorata isaanii hin baadhanne kan Rabbiin isiniifi isaanis sooru hedduudha inni dhagayaa beekaadha.

61
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَئِن سَأَلْتَهُم مَّنْ خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَسَخَّرَ الشَّمْسَ وَالْقَمَرَ لَيَقُولُنَّ اللَّهُ ۖ فَأَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Dhugumatti “eenyutu samiifi dachii uumee, aduufi baatiis laaffise?” jettee yoo isaan gaafatte “Allaahdha” siin jedhu. Akkamitti (tawhiida irraa) garagalfamu ree?

62
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
اللَّهُ يَبْسُطُ الرِّزْقَ لِمَن يَشَاءُ مِنْ عِبَادِهِ وَيَقْدِرُ لَهُ ۚ إِنَّ اللَّهَ بِكُلِّ شَيْءٍ عَلِيمٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Rabbiin gabroota Isaa irraa nama fedheef hiree ni bal’isa. (Nama fedhe immoo) isatti dhiphisa. Dhugumatti, Rabbiin waan hunda beekaadha.

63
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَئِن سَأَلْتَهُم مَّن نَّزَّلَ مِنَ السَّمَاءِ مَاءً فَأَحْيَا بِهِ الْأَرْضَ مِن بَعْدِ مَوْتِهَا لَيَقُولُنَّ اللَّهُ ۚ قُلِ الْحَمْدُ لِلَّهِ ۚ بَلْ أَكْثَرُهُمْ لَا يَعْقِلُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Dhugumatti, yoo “eenyutu samii irraa bishaan buusee, dachii erga isheen duutee booda ittiin jiraachise?” jettee isaan gaafatte “Allaahdha” jedhu. (Yaa Muhammad!) “Faaruun hunduu kan Allaahti” jedhi. Garuu irra hedduun isaanii hin hubatan.

64
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمَا هَـٰذِهِ الْحَيَاةُ الدُّنْيَا إِلَّا لَهْوٌ وَلَعِبٌ ۚ وَإِنَّ الدَّارَ الْآخِرَةَ لَهِيَ الْحَيَوَانُ ۚ لَوْ كَانُوا يَعْلَمُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Jireenyi addunyaa kun qoosaafi tapha malee waan biraa hin taane. Dhugumatti, manni Aakhiraa odoo beekanii isheetu jireenya dhugaati.

65
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَإِذَا رَكِبُوا فِي الْفُلْكِ دَعَوُا اللَّهَ مُخْلِصِينَ لَهُ الدِّينَ فَلَمَّا نَجَّاهُمْ إِلَى الْبَرِّ إِذَا هُمْ يُشْرِكُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Yeroo doonii yaabbatan, amantii Isaaf qulqulleessuun Allaah qofa kadhatu. Yeroo Inni gara dachiitti nagaan isaan baase immoo yeroma san (Rabbitti) qindeessu.

66
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
لِيَكْفُرُوا بِمَا آتَيْنَاهُمْ وَلِيَتَمَتَّعُوا ۖ فَسَوْفَ يَعْلَمُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Waan nuti isaaniif kenninetti kafaruufi qanani’anuuf (Rabbitti qindeessu). Garuu (waan booddeen isaanii ta’u) fuula duratti ni beeku.

67
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
أَوَلَمْ يَرَوْا أَنَّا جَعَلْنَا حَرَمًا آمِنًا وَيُتَخَطَّفُ النَّاسُ مِنْ حَوْلِهِمْ ۚ أَفَبِالْبَاطِلِ يُؤْمِنُونَ وَبِنِعْمَةِ اللَّهِ يَكْفُرُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sila isaan namoonni moggaa isaaniitii (ajjeechaafi saamichaan) kan bubbutaman osoo ta’anuu akka nuti (Makkaa) iddoo kabajamaa, tasgabbaayaa taasifne hin ilaalanuu? Sila sobatti amananii ni’imaa Rabbiitti kafaruu?

68
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمَنْ أَظْلَمُ مِمَّنِ افْتَرَىٰ عَلَى اللَّهِ كَذِبًا أَوْ كَذَّبَ بِالْحَقِّ لَمَّا جَاءَهُ ۚ أَلَيْسَ فِي جَهَنَّمَ مَثْوًى لِّلْكَافِرِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Nama Rabbirratti soba uumee odeesse yookiin dhugaan itti dhufnaan sobsiise caalaa namni miidhaa hojjate eenyu? (tokkolleen hin jiru). Sila teessoon kaafirootaa jahannam keessa hin taanee?

69
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَالَّذِينَ جَاهَدُوا فِينَا لَنَهْدِيَنَّهُمْ سُبُلَنَا ۚ وَإِنَّ اللَّهَ لَمَعَ الْمُحْسِنِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Warra Nu (karaa keenya) keessatti qabsaa’an karaa keenya isaan qajeelchina. Dhugumatti, Rabbiin toltuu hojjattoota waliin jira.