1
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
حم
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Haa Miim.
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَـٰنِ الرَّحِيمِ
حم
Haa Miim.
2
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
تَنزِيلٌ مِّنَ الرَّحْمَـٰنِ الرَّحِيمِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
(Qur’aanni kun) Rabbii mararfataa, rahmata godhaa ta’e irraa buufamaadha.

3
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
كِتَابٌ فُصِّلَتْ آيَاتُهُ قُرْآنًا عَرَبِيًّا لِّقَوْمٍ يَعْلَمُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Kitaaba keeyyattoonni isaa adda baafamteedha dubbifamaa Afaan Arabaa ta’ee, namoota akeekkataiif.

4
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
بَشِيرًا وَنَذِيرًا فَأَعْرَضَ أَكْثَرُهُمْ فَهُمْ لَا يَسْمَعُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Gammachiisaafi sodaachisaa ta’ee (buufamee dha); irra hedduun isaanii irraa gara galan. Isaan hin dhagayan.

5
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَالُوا قُلُوبُنَا فِي أَكِنَّةٍ مِّمَّا تَدْعُونَا إِلَيْهِ وَفِي آذَانِنَا وَقْرٌ وَمِن بَيْنِنَا وَبَيْنِكَ حِجَابٌ فَاعْمَلْ إِنَّنَا عَامِلُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Ni jedhan: “onneewwan teenya haguuggaa keessa jirti waan isin itti nu waamtan irraa. Gurroowan keenya keessa duudummaatu jira. Gidduu keenyaafi gidduu kee haguuggiitu jira. Ati (waan feete) dalagi; nutis (waan feene) dalagoodha.

6
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
قُلْ إِنَّمَا أَنَا بَشَرٌ مِّثْلُكُمْ يُوحَىٰ إِلَيَّ أَنَّمَا إِلَـٰهُكُمْ إِلَـٰهٌ وَاحِدٌ فَاسْتَقِيمُوا إِلَيْهِ وَاسْتَغْفِرُوهُ ۗ وَوَيْلٌ لِّلْمُشْرِكِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Jedhi: “ani namuma fakkaataa keessaniiti; gara kiyyatti beeksisaatu godhama (akkana jechuudhaan) ‘dhugaan gabbaramaan keessan gabbaramaa tokkicha qofa; gara Isaa qajeelaa, araaramas Isa kadhadhaa, warra (Isatti) qindeessaniif adabatu jira".

7
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
الَّذِينَ لَا يُؤْتُونَ الزَّكَاةَ وَهُم بِالْآخِرَةِ هُمْ كَافِرُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan warra zakaa hin kennine, kan Aakhiratti kafaraniidha.

8
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan amananii, toltuuwwan hojjatan isaaniif mindaa adda hin cinnetu jira.

9
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
قُلْ أَئِنَّكُمْ لَتَكْفُرُونَ بِالَّذِي خَلَقَ الْأَرْضَ فِي يَوْمَيْنِ وَتَجْعَلُونَ لَهُ أَندَادًا ۚ ذَٰلِكَ رَبُّ الْعَالَمِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Jedhi: “Sila isin Isa dachii guyyaa lama keessatti uumetti kafartanii, hiriyyaalee Isaaf gootanii? Sun Gooftaa aalamootaati.

10
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَجَعَلَ فِيهَا رَوَاسِيَ مِن فَوْقِهَا وَبَارَكَ فِيهَا وَقَدَّرَ فِيهَا أَقْوَاتَهَا فِي أَرْبَعَةِ أَيَّامٍ سَوَاءً لِّلسَّائِلِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Ishee (dachii) keessatti gaarreen lafa qabatoo ta’an; gubbaa isiitti godhee, ishee keessatti barakaa godhe. Ishee keessatti soora ishee murteesse guyyuma afur keessatti. kadhattootaaf qixa haala taheen.

11
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
ثُمَّ اسْتَوَىٰ إِلَى السَّمَاءِ وَهِيَ دُخَانٌ فَقَالَ لَهَا وَلِلْأَرْضِ ائْتِيَا طَوْعًا أَوْ كَرْهًا قَالَتَا أَتَيْنَا طَائِعِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Ergasii gara samii ol ta’e, haala isheen aara taatee jirtuun. isheefi dachiinis “jaalattanii yookiin jibbitanii kottaa” jedhe. Isaanis “jaalannee dhufne” jedhan.

12
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَقَضَاهُنَّ سَبْعَ سَمَاوَاتٍ فِي يَوْمَيْنِ وَأَوْحَىٰ فِي كُلِّ سَمَاءٍ أَمْرَهَا ۚ وَزَيَّنَّا السَّمَاءَ الدُّنْيَا بِمَصَابِيحَ وَحِفْظًا ۚ ذَٰلِكَ تَقْدِيرُ الْعَزِيزِ الْعَلِيمِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Samii torba godhee isheewwan xumuree Guyyaa lama keessatti. samii hunda keessatti, dhimma ishee beeksisa itti godhe. Samii addunyaas ifaadhaaleen (urjiileen) miidhagsinee, tika cimaas (tiksine). Kun murtii (Rabbii) injifataa, beekaati.

13
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَإِنْ أَعْرَضُوا فَقُلْ أَنذَرْتُكُمْ صَاعِقَةً مِّثْلَ صَاعِقَةِ عَادٍ وَثَمُودَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Yoo isaan gara galan “ani isin sodaachiseera iyyansa (hamaa), akka iyyansa ummata Aadiifi Samuudin” jedhiin.

14
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
إِذْ جَاءَتْهُمُ الرُّسُلُ مِن بَيْنِ أَيْدِيهِمْ وَمِنْ خَلْفِهِمْ أَلَّا تَعْبُدُوا إِلَّا اللَّهَ ۖ قَالُوا لَوْ شَاءَ رَبُّنَا لَأَنزَلَ مَلَائِكَةً فَإِنَّا بِمَا أُرْسِلْتُم بِهِ كَافِرُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
(adabbii) yeroo ergamtoonni fuuldura isaaniitiifi duuba isaaniitiin itti dhufanii “Rabbiin malee (waan biraa) hin gabbarinaa” (isaaniin jennaan), “Gooftaan keenya odoo fedhee malaykota buusa ture; Nuti waan isin itti amantanitti kafarree jirra” jedhanii san (isin sodaachise).

15
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَأَمَّا عَادٌ فَاسْتَكْبَرُوا فِي الْأَرْضِ بِغَيْرِ الْحَقِّ وَقَالُوا مَنْ أَشَدُّ مِنَّا قُوَّةً ۖ أَوَلَمْ يَرَوْا أَنَّ اللَّهَ الَّذِي خَلَقَهُمْ هُوَ أَشَدُّ مِنْهُمْ قُوَّةً ۖ وَكَانُوا بِآيَاتِنَا يَجْحَدُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Aad immoo dachii keessatti haqaan malee boonanii “humnaan namni nurra cimaa eenyu?” jedhan. Sila Rabbiin, Inni isaan uume sun inni humnaan isaan irra cimaa ta’uu hin arginee? Keeyyattoota keenya mormaa turan.

16
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَأَرْسَلْنَا عَلَيْهِمْ رِيحًا صَرْصَرًا فِي أَيَّامٍ نَّحِسَاتٍ لِّنُذِيقَهُمْ عَذَابَ الْخِزْيِ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا ۖ وَلَعَذَابُ الْآخِرَةِ أَخْزَىٰ ۖ وَهُمْ لَا يُنصَرُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Guyyoota (isaaniif) hamaa keessatti bubbee cimaa isaan irratti ergine, Akka jiruu addunyaa keessatti adabbii salphinaa isaan dhandhamsiifnuuf jecha. (Haa ta’uu malee) adabbii Aakhiraatu irra salphisaadha. Isaan hin tumsamanu.

17
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَأَمَّا ثَمُودُ فَهَدَيْنَاهُمْ فَاسْتَحَبُّوا الْعَمَىٰ عَلَى الْهُدَىٰ فَأَخَذَتْهُمْ صَاعِقَةُ الْعَذَابِ الْهُونِ بِمَا كَانُوا يَكْسِبُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Samuudiinis isaan qajeelchineeti, qajeelloo irra jallina filatani; duuti adabbii salphisaa isaan qabatte waan isaan hojjataa turaniif .

18
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَنَجَّيْنَا الَّذِينَ آمَنُوا وَكَانُوا يَتَّقُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan amananii, Rabbiin sodaatoo tahan nagaya baafne.

19
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَيَوْمَ يُحْشَرُ أَعْدَاءُ اللَّهِ إِلَى النَّارِ فَهُمْ يُوزَعُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Guyyaa diinotiin Rabbii gara ibiddaatti walitti qabamanii isaan ittifaman san [yaadadhu].

20
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
حَتَّىٰ إِذَا مَا جَاءُوهَا شَهِدَ عَلَيْهِمْ سَمْعُهُمْ وَأَبْصَارُهُمْ وَجُلُودُهُم بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Yeroo ishee bira dhufan, dhageettiin isaanii, agartuuwwan isaanitiifi gogaaleen isaanii waan isaan dalagaa turan ragaa isaan irratti ba’u.

21
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَالُوا لِجُلُودِهِمْ لِمَ شَهِدتُّمْ عَلَيْنَا ۖ قَالُوا أَنطَقَنَا اللَّهُ الَّذِي أَنطَقَ كُلَّ شَيْءٍ وَهُوَ خَلَقَكُمْ أَوَّلَ مَرَّةٍ وَإِلَيْهِ تُرْجَعُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Gogaalee isaanitiin “Maalif ragaa nurratti baatu?” jedhan. [Isaan] ni jedhu: “Rabbii Isa waan hunda dubbachiisetu nu dubbachiise, inni kan yeroo jalqabaa isin uume, kan gara Isaatti deebifamtan.”

22
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمَا كُنتُمْ تَسْتَتِرُونَ أَن يَشْهَدَ عَلَيْكُمْ سَمْعُكُمْ وَلَا أَبْصَارُكُمْ وَلَا جُلُودُكُمْ وَلَـٰكِن ظَنَنتُمْ أَنَّ اللَّهَ لَا يَعْلَمُ كَثِيرًا مِّمَّا تَعْمَلُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isin kan of dhoksitan hin taane dhageettiin keessan, agartuuleen keessaniifi gogaaleen keessan ragaa isin irratti ba’uurraa. Haa ta’u malee, Rabbiin hedduu waan isin dalagdanii hinbeekuu yaaddan. [1]

23
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَذَٰلِكُمْ ظَنُّكُمُ الَّذِي ظَنَنتُم بِرَبِّكُمْ أَرْدَاكُمْ فَأَصْبَحْتُم مِّنَ الْخَاسِرِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sun yaada keessan, kan isin Gooftaa keessanitti yaaddaniidha. Isin balleessee, warra hoonga’an irraa taatan.

24
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَإِن يَصْبِرُوا فَالنَّارُ مَثْوًى لَّهُمْ ۖ وَإِن يَسْتَعْتِبُوا فَمَا هُم مِّنَ الْمُعْتَبِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Yoo obsan, ibiddi teessoo isaaniiti, yoo ceephoo buufachuu barbaadan, isaan warra ceephefamu irraayii miti.

25
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَيَّضْنَا لَهُمْ قُرَنَاءَ فَزَيَّنُوا لَهُم مَّا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ وَحَقَّ عَلَيْهِمُ الْقَوْلُ فِي أُمَمٍ قَدْ خَلَتْ مِن قَبْلِهِم مِّنَ الْجِنِّ وَالْإِنسِ ۖ إِنَّهُمْ كَانُوا خَاسِرِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Nuti hiriyoota (Sheyxaanaa) isaaniif ramadneeti, wantoota fuuldura isaaniitiifi wantoota booda isaanii isaaniif bareechan. Jechi (adabbiin) isaan irratti mirkanaa’e akkuma ummatoota isaaniin duraa kan jinniifi nama irratti mirkanaa’e, Isaan dhugumatti hoonga’oo ta’aniiru.

26
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَالَ الَّذِينَ كَفَرُوا لَا تَسْمَعُوا لِهَـٰذَا الْقُرْآنِ وَالْغَوْا فِيهِ لَعَلَّكُمْ تَغْلِبُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan kafaran “Qur’aana kana hin dhaga’inaa; (yeroo dubbifamu) isa keessatti wacaa akka injifattaniif ” jedhan.

27
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَلَنُذِيقَنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا عَذَابًا شَدِيدًا وَلَنَجْزِيَنَّهُمْ أَسْوَأَ الَّذِي كَانُوا يَعْمَلُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan kafaran adabbii cimaa isaan dhandhamsiifna. Dhugumatti, hamtuu isaan dalagaa turaniifis (adabaan) isaanii galata galchina.

28
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
ذَٰلِكَ جَزَاءُ أَعْدَاءِ اللَّهِ النَّارُ ۖ لَهُمْ فِيهَا دَارُ الْخُلْدِ ۖ جَزَاءً بِمَا كَانُوا بِآيَاتِنَا يَجْحَدُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sun waan mindaan diinotii Rabbii ibidda ta’eefi. Isaaniif ishee keessa mana jireenya turaatu jira. Waan keeyyattoota keenya mormaa turaniif galata galfaman.

29
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَقَالَ الَّذِينَ كَفَرُوا رَبَّنَا أَرِنَا اللَّذَيْنِ أَضَلَّانَا مِنَ الْجِنِّ وَالْإِنسِ نَجْعَلْهُمَا تَحْتَ أَقْدَامِنَا لِيَكُونَا مِنَ الْأَسْفَلِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan kafaran nijedhan “Gooftaa keenya! Isaan jinnootaafi namoota irraa nu jallisan lamaan nutti agarsiisi; faana keenya jala isaan goona, akka warra jalaa keessa irraa ta’aniif” (jedhan.)

30
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّ الَّذِينَ قَالُوا رَبُّنَا اللَّهُ ثُمَّ اسْتَقَامُوا تَتَنَزَّلُ عَلَيْهِمُ الْمَلَائِكَةُ أَلَّا تَخَافُوا وَلَا تَحْزَنُوا وَأَبْشِرُوا بِالْجَنَّةِ الَّتِي كُنتُمْ تُوعَدُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan “gabbaramaan keenya Allaahdha” jedhanii, ergasii achirratti gadi dhaabbatan, (yeroo isaan du’an) malaykonni isaan irratti bubu’aniiti, “hin sodaatinaa; hin gaddinaas; jannata waadaa isiniif galameen gammadaa. (isaaniin jetti).

31
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
نَحْنُ أَوْلِيَاؤُكُمْ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَفِي الْآخِرَةِ ۖ وَلَكُمْ فِيهَا مَا تَشْتَهِي أَنفُسُكُمْ وَلَكُمْ فِيهَا مَا تَدَّعُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Nuti jiruu addunyaa keessatti jaalalloo keessan turre; Aakhirattis akkasuma. Isiniif ishee (jannata) keessa waan lubbuuleenn teessan feetutu jira. Isiniif ishee keessa waan barbaaddantu jira.

32
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
نُزُلًا مِّنْ غَفُورٍ رَّحِيمٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Afeerraa (Rabbii) araaramaa, rahmata godhaa irraa ta’eedha” (isaaniin jedhu).

33
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمَنْ أَحْسَنُ قَوْلًا مِّمَّن دَعَا إِلَى اللَّهِ وَعَمِلَ صَالِحًا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ الْمُسْلِمِينَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Namni jecha bareedu eenyu Nama gara Rabbiitti waame caalaa? kan hojii gaggaarii hojjatee “ani Muslimoota irraayi” jedhe.

34
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَا تَسْتَوِي الْحَسَنَةُ وَلَا السَّيِّئَةُ ۚ ادْفَعْ بِالَّتِي هِيَ أَحْسَنُ فَإِذَا الَّذِي بَيْنَكَ وَبَيْنَهُ عَدَاوَةٌ كَأَنَّهُ وَلِيٌّ حَمِيمٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
(Hojiin) gaariiniifi hamtuun wal hin qixxaa’an. Ishee toltuu taateen deebisi. Yoos inni gidduu keetiifi gidduu isaa diinummaan jirtu akka jaalalloo firaa ta’uu (agarta).

35
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمَا يُلَقَّاهَا إِلَّا الَّذِينَ صَبَرُوا وَمَا يُلَقَّاهَا إِلَّا ذُو حَظٍّ عَظِيمٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Warra obsan malee eenyulleen ishee hin argatu. Abbaa qooda guddaa qabu malee eenyulleen ishee hin argatu.

36
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَإِمَّا يَنزَغَنَّكَ مِنَ الشَّيْطَانِ نَزْغٌ فَاسْتَعِذْ بِاللَّهِ ۖ إِنَّهُ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Yoo waswaasaan shayxaana irraa ta’e si jallise, Rabbitti maganfadhu. Inni Isumatu dhaga’aa, beekaadha.

37
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمِنْ آيَاتِهِ اللَّيْلُ وَالنَّهَارُ وَالشَّمْسُ وَالْقَمَرُ ۚ لَا تَسْجُدُوا لِلشَّمْسِ وَلَا لِلْقَمَرِ وَاسْجُدُوا لِلَّهِ الَّذِي خَلَقَهُنَّ إِن كُنتُمْ إِيَّاهُ تَعْبُدُونَ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Mallattoolee Isaa irraayyi Halkan, Guyyaan, Aduufi Baatiinis, Aduufii baatiifis hin sujuudinaa Rabbii isaan uume qofaaf sagadaa, Yoo kan (dhugaan) Isa gabbartan taatan.

38
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
فَإِنِ اسْتَكْبَرُوا فَالَّذِينَ عِندَ رَبِّكَ يُسَبِّحُونَ لَهُ بِاللَّيْلِ وَالنَّهَارِ وَهُمْ لَا يَسْأَمُونَ ۩
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Yoo boonan, isaan (malaaykoonni) Rabbii kee bira jiran halkaniifi guyyaa Isa qulqullessu; isaan hin hifatanu.

39
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَمِنْ آيَاتِهِ أَنَّكَ تَرَى الْأَرْضَ خَاشِعَةً فَإِذَا أَنزَلْنَا عَلَيْهَا الْمَاءَ اهْتَزَّتْ وَرَبَتْ ۚ إِنَّ الَّذِي أَحْيَاهَا لَمُحْيِي الْمَوْتَىٰ ۚ إِنَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Mallattoolee Isaa irraayi Ati dachii gogduu taate arguun. yeroo Nuti ishee irratti bishaan (rooba) buufne ni sochooti, ni tullooftis. Dhugumatti, Inni ishee jiraachise, warra du’e jiraachisaadha. Inni waan hunda irratti danda’aadha.

40
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّ الَّذِينَ يُلْحِدُونَ فِي آيَاتِنَا لَا يَخْفَوْنَ عَلَيْنَا ۗ أَفَمَن يُلْقَىٰ فِي النَّارِ خَيْرٌ أَم مَّن يَأْتِي آمِنًا يَوْمَ الْقِيَامَةِ ۚ اعْمَلُوا مَا شِئْتُمْ ۖ إِنَّهُ بِمَا تَعْمَلُونَ بَصِيرٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Dhugumatti, isaan keeyyattoota keenya bakka irraa dabsan nu jalaa hindhokatan. Sila isa ibidda keessatti darbamu caala moo, isa nagaa ta’ee Guyyaa Qiyaamaa dhufutu caala? Waan feetan dalagaa; Inni waan isin dalagdan hunda argaadha.

41
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا بِالذِّكْرِ لَمَّا جَاءَهُمْ ۖ وَإِنَّهُ لَكِتَابٌ عَزِيزٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Isaan yaadannotti (Qur’aanatti) kafaran erga inni itti dhufee booda. (nidhabamsiifamu). Inni kitaaba injifataadha.

42
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
لَّا يَأْتِيهِ الْبَاطِلُ مِن بَيْنِ يَدَيْهِ وَلَا مِنْ خَلْفِهِ ۖ تَنزِيلٌ مِّنْ حَكِيمٍ حَمِيدٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Sobni fuuldura isaatiis ta’ee duuba isaatiin itti hin dhufu.(Rabbii) ogeessa faarfamaa ta’e irraa buufame.

43
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
مَّا يُقَالُ لَكَ إِلَّا مَا قَدْ قِيلَ لِلرُّسُلِ مِن قَبْلِكَ ۚ إِنَّ رَبَّكَ لَذُو مَغْفِرَةٍ وَذُو عِقَابٍ أَلِيمٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Waan ergamtoota si duraatiin jedhameen ala wanti siin jedhamu hin jiru. Gooftaan kee abbaa araaramaatiifi abbaa adabbii laaleessaati.

44
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَوْ جَعَلْنَاهُ قُرْآنًا أَعْجَمِيًّا لَّقَالُوا لَوْلَا فُصِّلَتْ آيَاتُهُ ۖ أَأَعْجَمِيٌّ وَعَرَبِيٌّ ۗ قُلْ هُوَ لِلَّذِينَ آمَنُوا هُدًى وَشِفَاءٌ ۖ وَالَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ فِي آذَانِهِمْ وَقْرٌ وَهُوَ عَلَيْهِمْ عَمًى ۚ أُولَـٰئِكَ يُنَادَوْنَ مِن مَّكَانٍ بَعِيدٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Odoo Qur’aana afaan ajamii (Arabiffaan ala) goonee, sila “maaliif keeyyattoonni isaa sirritti hin ibsamin jedhu, akkamitti (Qur'aanni) afaan Ajamiin (ergamaan) Arabaan tahe?” (jedhu turan). (Yaa Muhammad!) jedhiin: “Inni warra amananiif qajeelfamaafi qoricha. Isaan hin amanin gurra isaanii keessa duudummaatu jira. Innis isaan irratti jaamummaadha. Isaan sun (akka nama) iddoo fagoo irraa waamamuuti.”

45
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَقَدْ آتَيْنَا مُوسَى الْكِتَابَ فَاخْتُلِفَ فِيهِ ۗ وَلَوْلَا كَلِمَةٌ سَبَقَتْ مِن رَّبِّكَ لَقُضِيَ بَيْنَهُمْ ۚ وَإِنَّهُمْ لَفِي شَكٍّ مِّنْهُ مُرِيبٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Dhugumatti, Muusaaf kitaaba kennineeti, isa keessatti wal dhabame. Odoo jechi Gooftaa kee biraa dabarte jiraachuu baattee gidduu isaaniitti murtiin ni kennama ture. Isaan isa irraa shakkii mamsiisaa keessa jiru.

46
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
مَّنْ عَمِلَ صَالِحًا فَلِنَفْسِهِ ۖ وَمَنْ أَسَاءَ فَعَلَيْهَا ۗ وَمَا رَبُّكَ بِظَلَّامٍ لِّلْعَبِيدِ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Namni toltuu hojjate lubbuu isaatiifi. Namni hammaates isimarratti. Gooftaan kee gabroota miidhaa hintaane.

47
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
إِلَيْهِ يُرَدُّ عِلْمُ السَّاعَةِ ۚ وَمَا تَخْرُجُ مِن ثَمَرَاتٍ مِّنْ أَكْمَامِهَا وَمَا تَحْمِلُ مِنْ أُنثَىٰ وَلَا تَضَعُ إِلَّا بِعِلْمِهِ ۚ وَيَوْمَ يُنَادِيهِمْ أَيْنَ شُرَكَائِي قَالُوا آذَنَّاكَ مَا مِنَّا مِن شَهِيدٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Beekumsi yerottii (Qiyaamaa) garuma Isaatti deebifama. firiin kamillee qola ishee keessaa hin baatu, dubartiin kamuu hin ulfooftu, hin deessus Beekumsa isaatiin malee. Guyyaa “shariikonni kiyya eessa jiru?” (jedhee) Inni itti lallabu ni jedhu: “(Yaa Rabbi!) si beeksifna nurraa kan (Ati shariika qabaachuu) ragaa ba’u hinjiru.”

48
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَضَلَّ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَدْعُونَ مِن قَبْلُ ۖ وَظَنُّوا مَا لَهُم مِّن مَّحِيصٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Wanti isaan duraan (addunyaa irratti) kadhachaa (gabbaraa) turan isaan irraa bade. Karri itti dheessan isaaniif hin jiruu ni mirkaneeffatu.

49
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
لَّا يَسْأَمُ الْإِنسَانُ مِن دُعَاءِ الْخَيْرِ وَإِن مَّسَّهُ الشَّرُّ فَيَئُوسٌ قَنُوطٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Namni toltuu (qabeenya) kadhachuu irraa hin hifatu. Yeroo hamtuun (hiyyummaan) isa tuqe akkaan abdii murataa, mufataa ta’a.

50
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَلَئِنْ أَذَقْنَاهُ رَحْمَةً مِّنَّا مِن بَعْدِ ضَرَّاءَ مَسَّتْهُ لَيَقُولَنَّ هَـٰذَا لِي وَمَا أَظُنُّ السَّاعَةَ قَائِمَةً وَلَئِن رُّجِعْتُ إِلَىٰ رَبِّي إِنَّ لِي عِندَهُ لَلْحُسْنَىٰ ۚ فَلَنُنَبِّئَنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا بِمَا عَمِلُوا وَلَنُذِيقَنَّهُم مِّنْ عَذَابٍ غَلِيظٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
(namni) Yoo rahmata Nu irraa ta’e isa dhandhamsiifne erga rakkoon isa tuqee booda nijedha “kun anaaf mala; ani Qiyaaman ni dhaabbatti jedhee hin yaadu; yoon gara Gooftaa kiyyaa deebifames, Isa bira gaariitu naaf jira” (jedha). Dhugumatti, warra kafaran waan isaan hojjatan isaanitti odeessina, adabbii ulfaataa isaan dhandamsiisiifna.

51
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
وَإِذَا أَنْعَمْنَا عَلَى الْإِنسَانِ أَعْرَضَ وَنَأَىٰ بِجَانِبِهِ وَإِذَا مَسَّهُ الشَّرُّ فَذُو دُعَاءٍ عَرِيضٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Yeroo Nuti nama irratti tola oolle, (galatoomfachurraa) gara gala cinaacha isaatiin fagaata. Yeroo hamtuun isa tuqe yeruma san abbaa kadhaa hedduu ta’a.

52
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
قُلْ أَرَأَيْتُمْ إِن كَانَ مِنْ عِندِ اللَّهِ ثُمَّ كَفَرْتُم بِهِ مَنْ أَضَلُّ مِمَّنْ هُوَ فِي شِقَاقٍ بَعِيدٍ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Jedhi: “Mee naaf himaa! Yoo (Qur’aanni) Rabbi biraa ta’ee, ergasii isin isatti kafartan? Nama isa mormii fagoo ta’e keessa jiru caalaa jallaan eenyu?

53
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
سَنُرِيهِمْ آيَاتِنَا فِي الْآفَاقِ وَفِي أَنفُسِهِمْ حَتَّىٰ يَتَبَيَّنَ لَهُمْ أَنَّهُ الْحَقُّ ۗ أَوَلَمْ يَكْفِ بِرَبِّكَ أَنَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ شَهِيدٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Nuti mallattoowwan keenya moggaa (samii)fi lubbuu isaanii keessatti isaan agarsiifna Dhugaa ta’uun isaa (Qur’aanaa) hanga isaaniif ifa ta’utti. Inni waan hunda irratti to’ataa ta’uun Gooftaa keetiif hin ga’uu?

54
Arabiffaa kopi godhi
Hiikaa kopi godhi
Lamaanuu kopi godhi
Odeeffannoo dabalataa
أَلَا إِنَّهُمْ فِي مِرْيَةٍ مِّن لِّقَاءِ رَبِّهِمْ ۗ أَلَا إِنَّهُ بِكُلِّ شَيْءٍ مُّحِيطٌ
Jijjirraa ariifataa
Amharic
Oromo
Somali
Mee dhagayaa! isaan (kun) Gooftaa isaanii qunnamuu irraa mamii keessa jiru. Dhaga’aa! Inni waan hundaan marsee jira.