Qari'ii (Dubbisaa)
Mala dubbisaa
1
Odeeffannoo dabalataa
حم
Haa Miim.
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَـٰنِ الرَّحِيمِ
حم
Haa Miim.
2
Odeeffannoo dabalataa
وَالْكِتَابِ الْمُبِينِ
Kitaaba addeessaa ta’eenin (kakadha).
وَالْكِتَابِ الْمُبِينِ
Kitaaba addeessaa ta’eenin (kakadha).
3
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّا أَنزَلْنَاهُ فِي لَيْلَةٍ مُّبَارَكَةٍ ۚ إِنَّا كُنَّا مُنذِرِينَ
Nuti halkan barakeeffamtuu keessa isa buufne. Nuti dinniinoo taaneerra.

4
Odeeffannoo dabalataa
فِيهَا يُفْرَقُ كُلُّ أَمْرٍ حَكِيمٍ
Ishee (halkanittii) keessa dhimmi murteeffame hundi adda baafama.

5
Odeeffannoo dabalataa
أَمْرًا مِّنْ عِندِنَا ۚ إِنَّا كُنَّا مُرْسِلِينَ
Ajaja nu biraa ta’e (ibsina) Nuti ergitoota taaneerra.

6
Odeeffannoo dabalataa
رَحْمَةً مِّن رَّبِّكَ ۚ إِنَّهُ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Rahmata Gooftaa kee irraa ta’eef (buufne). Inni Isumatu dhaga’aa, beekaadha.

7
Odeeffannoo dabalataa
رَبِّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا ۖ إِن كُنتُم مُّوقِنِينَ
(Rahmata) Gooftaa samiilee, dachiifi waan gidduu isaan lamaanii irraa ta’eeti. Yoo kan dhugoomsitan taataniif (kana hubadhaa).

8
Odeeffannoo dabalataa
لَا إِلَـٰهَ إِلَّا هُوَ يُحْيِي وَيُمِيتُ ۖ رَبُّكُمْ وَرَبُّ آبَائِكُمُ الْأَوَّلِينَ
Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru. Ni jiraachisa; ni ajjeessas. (Inni) Gooftaa keessaniifi Gooftaa abbootii keessan kanneen duraati.

9
Odeeffannoo dabalataa
بَلْ هُمْ فِي شَكٍّ يَلْعَبُونَ
Dhugumatti isaan shakkii keessa taphatu.

10
Odeeffannoo dabalataa
فَارْتَقِبْ يَوْمَ تَأْتِي السَّمَاءُ بِدُخَانٍ مُّبِينٍ
Guyyaa samiin aara ifa ba’aan dhuftu (waan isaan mudatu) eegi.

11
Odeeffannoo dabalataa
يَغْشَى النَّاسَ ۖ هَـٰذَا عَذَابٌ أَلِيمٌ
(Aarri kun) namoota haguuga. Kun adabbii laalessaadha.

12
Odeeffannoo dabalataa
رَّبَّنَا اكْشِفْ عَنَّا الْعَذَابَ إِنَّا مُؤْمِنُونَ
(Kaafiroonni yeroo adabicha argan) “Gooftaa keenya! Adabicha nurraa kaasi nuti ni amannaa” (jedhu).

13
Odeeffannoo dabalataa
أَنَّىٰ لَهُمُ الذِّكْرَىٰ وَقَدْ جَاءَهُمْ رَسُولٌ مُّبِينٌ
(erga adabaatii) gorfamuun akkamitti isaaniif jiraata, Odoo ergamaan ifa baasaan isaanitti dhufee jiruu?

14
Odeeffannoo dabalataa
ثُمَّ تَوَلَّوْا عَنْهُ وَقَالُوا مُعَلَّمٌ مَّجْنُونٌ
Ergasii isa irraa gara galanii “(Inni) barsiifamaa maraataadha” jedhan.

15
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّا كَاشِفُو الْعَذَابِ قَلِيلًا ۚ إِنَّكُمْ عَائِدُونَ
Nuti yeroo gabaabaaf adabbii saaqoodha; Isin (kufriitti) deebi’oodha.

16
Odeeffannoo dabalataa
يَوْمَ نَبْطِشُ الْبَطْشَةَ الْكُبْرَىٰ إِنَّا مُنتَقِمُونَ
Guyyaa qabaa guddaa qabnu Nuti haaloo bahatoodha.

17
Odeeffannoo dabalataa
وَلَقَدْ فَتَنَّا قَبْلَهُمْ قَوْمَ فِرْعَوْنَ وَجَاءَهُمْ رَسُولٌ كَرِيمٌ
Dhugumatti, Nuti isaan dura ummata Fir’awni mokkorree jirra. Ergamaan kabajamaanis isaanitti dhufe.

18
Odeeffannoo dabalataa
أَنْ أَدُّوا إِلَيَّ عِبَادَ اللَّهِ ۖ إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
“gabroota Rabbii gara kiyya kennaa! Ani isiniif ergamaa amanamaadhaa,” jechuun (isaanitti dhufe).

19
Odeeffannoo dabalataa
وَأَن لَّا تَعْلُوا عَلَى اللَّهِ ۖ إِنِّي آتِيكُم بِسُلْطَانٍ مُّبِينٍ
“Rabbi irratti hin booninaa; ani ragaa ifa ta’een isinitti dhufaadha” jedheen.

20
Odeeffannoo dabalataa
وَإِنِّي عُذْتُ بِرَبِّي وَرَبِّكُمْ أَن تَرْجُمُونِ
“Ani Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessanittin maganfadhe akka (dhagaan tumtanii nan) ajjeefne

21
Odeeffannoo dabalataa
وَإِن لَّمْ تُؤْمِنُوا لِي فَاعْتَزِلُونِ
Yoo naaf hin amanne narraa fagaadhaa.”

22
Odeeffannoo dabalataa
فَدَعَا رَبَّهُ أَنَّ هَـٰؤُلَاءِ قَوْمٌ مُّجْرِمُونَ
Gooftaa isaa ni kadhate: “Isaan kun ummata yakkamtoota” (jedhe).

23
Odeeffannoo dabalataa
فَأَسْرِ بِعِبَادِي لَيْلًا إِنَّكُم مُّتَّبَعُونَ
(Rabbiin ni jedhe): “Gabroota kiyyaan halkaniin deemi. isin hordofamtoota.

24
Odeeffannoo dabalataa
وَاتْرُكِ الْبَحْرَ رَهْوًا ۖ إِنَّهُمْ جُندٌ مُّغْرَقُونَ
Galaana akkuma banametti dhiisi. isaan waraana bishaaniin dhidhimfamoodha.”

25
Odeeffannoo dabalataa
كَمْ تَرَكُوا مِن جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiifi burqituuwwan meeqaatama dhiisan.

26
Odeeffannoo dabalataa
وَزُرُوعٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ
Oyruufi iddoo jireenyaa gaggaariis.
وَزُرُوعٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ
Oyruufi iddoo jireenyaa gaggaariis.
27
Odeeffannoo dabalataa
وَنَعْمَةٍ كَانُوا فِيهَا فَاكِهِينَ
Qananii ishee keessatti gammadaa turanis.

28
Odeeffannoo dabalataa
كَذَٰلِكَ ۖ وَأَوْرَثْنَاهَا قَوْمًا آخَرِينَ
Akka kanatti ummata biraa ishee dhaalchifne.

29
Odeeffannoo dabalataa
فَمَا بَكَتْ عَلَيْهِمُ السَّمَاءُ وَالْأَرْضُ وَمَا كَانُوا مُنظَرِينَ
Samiifi dachiin isaan irratti hin boonye; kan tursiifanis hin turre.

30
Odeeffannoo dabalataa
وَلَقَدْ نَجَّيْنَا بَنِي إِسْرَائِيلَ مِنَ الْعَذَابِ الْمُهِينِ
Dhugumatti, Ilmaan Israa’iil adabbii salphisaa irraa nagaya baafne.

31
Odeeffannoo dabalataa
مِن فِرْعَوْنَ ۚ إِنَّهُ كَانَ عَالِيًا مِّنَ الْمُسْرِفِينَ
Fir’awni irraa (ni baraarsine). Inni boonaa, daangaa dabritoota irraa ta’eera.

32
Odeeffannoo dabalataa
وَلَقَدِ اخْتَرْنَاهُمْ عَلَىٰ عِلْمٍ عَلَى الْعَالَمِينَ
Nuti beekumsaan aalama hunda irra isaan filanne.

33
Odeeffannoo dabalataa
وَآتَيْنَاهُم مِّنَ الْآيَاتِ مَا فِيهِ بَلَاءٌ مُّبِينٌ
Raajiiwwan irraas waan mokkorriin ifa ta’e isa keessa jiru isaaniif kennine.

34
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّ هَـٰؤُلَاءِ لَيَقُولُونَ
Dhugumatti, isaan kun (Qureeyshonni) ni jedhu:

35
Odeeffannoo dabalataa
إِنْ هِيَ إِلَّا مَوْتَتُنَا الْأُولَىٰ وَمَا نَحْنُ بِمُنشَرِينَ
“isheen tun hintaane Du’a teenya kan jalqabaa malee. Nuti (kana booda) kaafamoo miti.

36
Odeeffannoo dabalataa
فَأْتُوا بِآبَائِنَا إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Yoo warra dhugaa dubbatu taataniif, abbootii keenya fidaa.”

37
Odeeffannoo dabalataa
أَهُمْ خَيْرٌ أَمْ قَوْمُ تُبَّعٍ وَالَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ ۚ أَهْلَكْنَاهُمْ ۖ إِنَّهُمْ كَانُوا مُجْرِمِينَ
Sila isaantu caala moo ummata Tubba’iifi warra isaan duraati? isaan balleessine, Isaan yakkamtoota turan.

38
Odeeffannoo dabalataa
وَمَا خَلَقْنَا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا لَاعِبِينَ
Samiilee, dachiifi waan isaan lamaan gidduu jirus taphatoo taanee hin uumne.

39
Odeeffannoo dabalataa
مَا خَلَقْنَاهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ وَلَـٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Dhugaan malee isaan lachan hin uumne. Garuu irra hedduun isaanii hin beekanu.

40
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّ يَوْمَ الْفَصْلِ مِيقَاتُهُمْ أَجْمَعِينَ
Guyyaan murtii beellama isaan hundaati.

41
Odeeffannoo dabalataa
يَوْمَ لَا يُغْنِي مَوْلًى عَن مَّوْلًى شَيْئًا وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ
Guyyaa jaalalleen jaalallee irraa homaa hin deebifne, kan isaanis (kaafiroonnis) hin tumsamneedha.

42
Odeeffannoo dabalataa
إِلَّا مَن رَّحِمَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ هُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Nama Rabbiin rahmata godheef malee. Inni Isumatu injifataa, rahmata godhaadha.

43
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّ شَجَرَتَ الزَّقُّومِ
Mukni ‘Zaqquum’
إِنَّ شَجَرَتَ الزَّقُّومِ
Mukni ‘Zaqquum’
44
Odeeffannoo dabalataa
طَعَامُ الْأَثِيمِ
Nyaata dilaawaati.
طَعَامُ الْأَثِيمِ
Nyaata dilaawaati.
45
Odeeffannoo dabalataa
كَالْمُهْلِ يَغْلِي فِي الْبُطُونِ
Akka cumaa (siicoo) zaytiitti garaa keessatti danfa.

46
Odeeffannoo dabalataa
كَغَلْيِ الْحَمِيمِ
Akka danfuu bishaan ho’aatti.
كَغَلْيِ الْحَمِيمِ
Akka danfuu bishaan ho’aatti.
47
Odeeffannoo dabalataa
خُذُوهُ فَاعْتِلُوهُ إِلَىٰ سَوَاءِ الْجَحِيمِ
(Ni jedhama): “Isa qabaatii gara walakkaa ibidda boba’aa harkisaa.

48
Odeeffannoo dabalataa
ثُمَّ صُبُّوا فَوْقَ رَأْسِهِ مِنْ عَذَابِ الْحَمِيمِ
Ergasii mataa isaa gubbaatti adabbii bishaan danfaa irraa ta’e dhangalaasaa.

49
Odeeffannoo dabalataa
ذُقْ إِنَّكَ أَنتَ الْعَزِيزُ الْكَرِيمُ
Dhandhami; ati simatu cimaa, arjaa (of fakkeessuu) turtee!

50
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّ هَـٰذَا مَا كُنتُم بِهِ تَمْتَرُونَ
Inni kun waan isa mamaa turtan sani” (isaaniin jedhama).

51
Odeeffannoo dabalataa
إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي مَقَامٍ أَمِينٍ
Warri Rabbiin sodaatan iddoo nagayaa keessatti tahu.

52
Odeeffannoo dabalataa
فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiifi burqituuwwan keessa.
فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiifi burqituuwwan keessa.
53
Odeeffannoo dabalataa
يَلْبَسُونَ مِن سُندُسٍ وَإِسْتَبْرَقٍ مُّتَقَابِلِينَ
Walitti gara galoo ta’anii (uffata) hariira haphiifi hariira furdaa irraa ta’e uffatu .

54
Odeeffannoo dabalataa
كَذَٰلِكَ وَزَوَّجْنَاهُم بِحُورٍ عِينٍ
Akkuma kana dubra babbareedoo ija babala’aa isaan fuusifne.

55
Odeeffannoo dabalataa
يَدْعُونَ فِيهَا بِكُلِّ فَاكِهَةٍ آمِنِينَ
Isii keessattis fuduraalee hunda waammatu nagaa tahoodha.

56
Odeeffannoo dabalataa
لَا يَذُوقُونَ فِيهَا الْمَوْتَ إِلَّا الْمَوْتَةَ الْأُولَىٰ ۖ وَوَقَاهُمْ عَذَابَ الْجَحِيمِ
Ishee keessatti du’a jalqabaa malee du’a hin dhandhaman. Rabbiin azaaba ibidda boba’aa irraa isaan tikse.

57
Odeeffannoo dabalataa
فَضْلًا مِّن رَّبِّكَ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Tola Gooftaa kee irraa ta’eef, Sun isumatu milkii guddaadha.

58
Odeeffannoo dabalataa
فَإِنَّمَا يَسَّرْنَاهُ بِلِسَانِكَ لَعَلَّهُمْ يَتَذَكَّرُونَ
isa (Qur’aana) afaan keetiin laaffifne Akka gorfamaniif jacha.

59
Odeeffannoo dabalataa
فَارْتَقِبْ إِنَّهُم مُّرْتَقِبُونَ
(Waan isaan mudatu) eegi; isaanis eegoodha.